Qaala’insa gabaa hir’isuu, ijaarsa dhaabbileefi sassaabbii galii irratti xiyyeeffannoon hojjenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS – Amajjii 20/2018 Hojiiwwan nama irratti xiyyeefatan misooma waaraa wajjin wal simsiisuun jireenya jiraattota magaalaa bifa waaraan jijjiiruuf hojjatamuu akka qabu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan.…