Obbo Girmaa Waaqee Hoji-Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Xiyyaaraa Yugaandaa ta’uun muudaman

AMN PLUS – Amajjii 28/2018 Walitti qabaan Boordii Daandii Xiyyaara Itoophiyaa duraanii Obbo Girmaa Waaqee, Hoji-Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Xiyyaaraa Yugaandaa ta’uun muudamuu isaanii himame. Obbo Girmaan Daandii Xiyyaaraa kana akka…

Continue ReadingObbo Girmaa Waaqee Hoji-Raawwachiisaa Olaanaa Daandii Xiyyaaraa Yugaandaa ta’uun muudaman

‎Shakkamtoonni Telegiraamii bilbila hatameen nama gowwomsanii saamaa turan to’ataman

‎AMN PLUS- Amajjii 28/2018 ‎​Hattuuwwan bilbila harka namootaa hatuudhaan akkasumas 'Telegram hack' gochuun, namoota beekaniitti ergaa sobaa kan akka “rakkoon na muudateera, maatiitu na jalaa dhukkubsate, maallaqa naaf liqeessaa” jedhu…

Continue Reading‎Shakkamtoonni Telegiraamii bilbila hatameen nama gowwomsanii saamaa turan to’ataman

Finfinneetti dubartoota dhaloota sadiif qoraan baachaa turan boqochiisuun danda’ameera – Aadde Zinnaash Katamaa

AMN PLUS – Amajjii 28/2018‎‎Magaalaa Finfinneetti Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi sagantaa “Maaddii Shaggariif” yaadama jedhuun pirojektiin misoomaa garaagaraa eegalchiisan, dubartoota duraan qoraan baachaa turan hedduuf carraan hojii uumamee fayyadamoo ta’uu…

Continue ReadingFinfinneetti dubartoota dhaloota sadiif qoraan baachaa turan boqochiisuun danda’ameera – Aadde Zinnaash Katamaa

Eertiraan Nagaafi Tasgabbii Biyyoota ollaa dhorkuun al-seerummaa ishee tursiisuu barbaaddi- Hayyuu Galchuu Jaarsoo

AMN PLUS – Amajjii 28/2018 ‎Walga’ii idilee Mana Maree Bakka Bu’oota Uummaataa 10ffaa bara hojii 5ffaa taasifame irratti gaaffii fi yaada miseensota mana maree irraa ka’aniif Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiyyi…

Continue ReadingEertiraan Nagaafi Tasgabbii Biyyoota ollaa dhorkuun al-seerummaa ishee tursiisuu barbaaddi- Hayyuu Galchuu Jaarsoo