Dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan haala yeroo naannichaarratti mari’ataa jiru.
Waltajjicharratti dhalattoonni Tigraay Magaalaa Finfinnee jiraatan argamaniiru.
Walii galteen Piriitoriyaa naannichatti nagaa buusuu keessatti shoora olaanaa akka qabu himameera.
Dhalattoonni Tigraay iddoowwan garagaraa jiraatanis rakkoowwan naannichatti mul’atan tokko tokkof qaama furmaataa ta’uun irraa eegama.
Iyyoob Risteen