AMN PLUS – Bitootessa 21/2018
Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp giddu gala kuusaa boba’aa Iraan Odola Kaargi to’achuuf karoora qabaachuu miidiyaaleen Idil Addunyaa gabaasaniiru.
Tiraamp turtii ‘Financial Times’ waliin taasisaniin Ameerikaan Odolicha salphaatti to’achuu akka dandeessu ibsaniiru.
Haata’u malee waliigalteen nageenya waaraa buusuuf biyyootni lameen itti jiran dursee waa hunda karaa dippiloomaasiin xumuruun akka danda’amu hubachiisu qondaaltichaa ‘Financial Times’ gabaasera