Caffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu ni eegala.

‎AMN PLUS- Adoolessa 11/2017 ‎Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara bajataa 2017 qorachuuf yaa'ii isaa idilee 3ffaa, waggaa 4ffaa, bara hojii 6ffaa guyyaa boruu magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni taa'a. ‎Afa…

Continue ReadingCaffeen Oromiyaa Yaa’ii idilee 3ffaa waggaa 4ffaa bara hojii 6ffaa boruu ni eegala.

Mariin biyyaalessaa hirmaachisaafi milkaa’aa akka ta’uuf Paartileen Siyaasaa kutannoon Kan hojjetan ta’uun Komiishinii Marii Biyyaalessaa ibse

AMN PLUS- Adoolessa 11/2017 Mariin biyyaalessaa hirmaachisaafi milkaa'aa akka ta'uuf Paartileen Siyaasaa kutannoon Kan hojjetan ta'uu Dubbii Himaan Komiishinii Marii Biyyaalessaa Obbo Xibabuu Taaddasaa ibsa Miidiyaaleef Kennaniin Himaniiru. Akka Biyyaatti…

Continue ReadingMariin biyyaalessaa hirmaachisaafi milkaa’aa akka ta’uuf Paartileen Siyaasaa kutannoon Kan hojjetan ta’uun Komiishinii Marii Biyyaalessaa ibse

Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkatti piroojektoonni manneen barnootaa ijaaraman tajaajilaaf gahan

AMN PLUS-Adoolessa 11/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkatti piroojektoonni manneen barnoota 45 ijaarama Jiran keessa 37 xumuramuun tajaajilaaf akka gahan Hoji- Raawwachisaa olaanaa kutaa magaallichaa Obbo Birhaanuu Rattaa dubbatan. Piroojektoonni…

Continue ReadingMagaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Eekkatti piroojektoonni manneen barnootaa ijaaraman tajaajilaaf gahan

Doonii Jarmanitti Konkolaataadhaan geejjibame quba qabduu?

AMN PLUS- Adoolessa 10, 2017 Doonii xiqqaan Xaanaanesh-II tibbana Jibuutiirraa gara Baahirdaaritti konkolaataa guddaan geejjibamuun ajandaa ijoo ta'eera. Xaanaanesh-II Finfinnee qaxxaamurtee Sulula Laga Abbayyaa milkiin buuteetti. Geejjibni rakkisaan kun gahumsa…

Continue ReadingDoonii Jarmanitti Konkolaataadhaan geejjibame quba qabduu?

Labsiin filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itoophiyaa fooyyessi taasifameef ragga’e

‎AMN PLUS Adoolessa 10/2017 ‎Manni maree bakka bu’oota ummataa yaa’ii ariifachiisaa lammaffaa har’a taa’een labsii filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itoophiyaa fooyyessi taasifameef raggaasiseera. ‎Labsiin kun keewwata 26…

Continue ReadingLabsiin filannoo, galmee paartilee siyaasaa fi naamusa filannoo Itoophiyaa fooyyessi taasifameef ragga’e

Atileetiin rikoordii maaraatoonii addunyaa of-harkaa qabdu dhorkamte

AMN PLUS,Adoolessa 10/2017 Atileetiin Keeniyaa Ruut Chiipiingeetiich kan rikoordii maaraatoonii bara faranjootaa 2024 of-harkaa qabdu dhorkamuun ifoomeera. Atileetittiin fiigicha maaraatoonii sa'atii 2:09:56 galuun atileetii Itoophiyaa Tigist Asaffaa caaluun injifannoo galmeessuun…

Continue ReadingAtileetiin rikoordii maaraatoonii addunyaa of-harkaa qabdu dhorkamte

Kantiibaa Adaanech Abeebeen pirojektiiwwan barnootaa birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman eebbisan

AMN PLUS- Adoolessa 11/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen pirojektiiwwan barnootaa 150, birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman eebbisuun tajaajilaaf banaa taasisan. Manneen barnootaa haaraan 14, kan babal’ifaman 64 fi kutaalee…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen pirojektiiwwan barnootaa birrii biiliyoona 5.2 ijaaraman eebbisan