Arsenaal taphataa akkaadaamiisaa keessatti guddate qabeenyasaa taasifateera
AMN PLUS- Hagayya 17/2017 Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Kiristaal Paalaas Eberichee Eze paawundi miiliyoona 65'n mallatteessisuuf walii galuu isaa guyyotaa darbaan kessaa ifa kan godhe yoo ta'u guyyaa har'aa taphatichi…