Yaa’iiwwan Idil-addunyaaf Muujjaan hagam qophoofte?
AMN PLUS- Hagayya 20/2017 Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Gullallee Aanaa tokkotti Naannoon Muujjaa/Shiroo Meedaa giddu gala gabaa uffataafi meeshaalee aadaatiin beekama.Ogeeyyiin uffata aadaa qopheessan durirraa kaasee naannoo kanatti hojjechaa waan…