Abbayyaa guddaa akka maqaa isaa- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Hagayya 26/2017 ‎Abbayyi akkuma maqaa isaa guddaadha, guddina kanarraa waan guddaa eegna jedhan Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Fuldurrattis laga abbayyaarratti hidhaawwan hedduu hidhuun biyya keenya qofa osoo hin…

Continue ReadingAbbayyaa guddaa akka maqaa isaa- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (PhD)

Yaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Yaa'a Abbayyaa irratti hidhoota baay'ee ijaarree biyya keenya qofa osoo hin taane naannicha ibsuu dandeenya jechuun Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) dubbatan. ‎Dooktar Abiyyi Ahimad…

Continue ReadingYaa’a Abbayyaa irratti Hidhoota baay’ee ijaarra – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

MM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

AMN PLUS- Hagayya 26/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ji’oottan Adoolessaa fi Hagayya 2017’tti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan dhugoomsuuf, tarsiimoo ijoo, raawwii pirojektii biyyoolessaa gurguddoo fi waliigalteewwan ijaarsa pirojektiiwwan…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (Dr) baatiiwwan Adoolessaafi Hagayyaatti hojiilee ajandaa misoomaa Itoophiyaa saffisiisan raawwataniiru- Waajjira Ministira Muummee

Torbee kun maaliif leenjistoota Maanchistar duraaniitti garaa jabaate?

AMN PLUS - Hagayya 26/2017 Kilabni guddichi Ingilaandi Maanchistar Yuunaayitid erga bara leenjiisaan kilabichaa duranii Siir Aleeksi Chaapmaan Ferguseen gadi lakkisanii as simboon irraa kaheera. Kilabichi har'as taanaan cimina bara…

Continue ReadingTorbee kun maaliif leenjistoota Maanchistar duraaniitti garaa jabaate?

Qorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan

‎AMN PLUS - Hagayya 26/2017 ‎Nyaati ciree ganamaa fayyummaa lafeetiif murteessaa ta'uu qorattoonni beeksisuun gabaafame. ‎Namni caba lafeen miidhamee ture Folkis jedhamu dhimma kana irratti kibxata darbe qorattootaaf yaada kenneen…

Continue ReadingQorattoonni cabiinsi lafee ciree turanii nyaachuun kan wal-qabatu ta’uu beeksisan