Gareen biyyaalessaa Itoophiyaa Kaayiroo gahe
AMN PLUS-Hagayya 28/2017 Gulaallii Waancaa Addunyaatiif Ijipti waliin kan taphatu gareen biyyaalessaa Itoophiyaa gara Kaayirootti imaleera. Garichi nagaadhaan Kaayiroo gahuu isaa kan beeksise Federeeshiniin Kubbaa Miilaa iddoo buufata isaas Plaazaa…