Itoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Itoophiyaan seensaa fi bahumsaa Galaanaa mijeeffachuun ishee waan hin oolle ta’uu Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) Ibsan. ‎Muumichi Ministiraa Abiyyi Ahimad (Dr) yaadama ida'amuu tiin…

Continue ReadingItoophiyaan ulaa galaanaa ni mijeeffatti- Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎”Mootummaa Ida’amuu” rakkoo Itoophiyaa keessa jiru xiinxaluun furmaata kaa’a- Geetaachoo Raddaa

‎AMN PLUS- Fulbaana 7/2018 ‎Kitaabni "Mootummaa Ida’amuu" rakkoowwan Itoophiyaa keessa jiran xiinxaluun furmaata akka kaa’u Dhimma Baha Afrikaarratti Gorsaan Ministira Muummee obbo Geetaachoo Raddaa ibsaniiru. ‎Sirna eebba kitaaba kanaa irratti…

Continue Reading‎”Mootummaa Ida’amuu” rakkoo Itoophiyaa keessa jiru xiinxaluun furmaata kaa’a- Geetaachoo Raddaa

Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaaf fakkeenya ta’a- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Fulbaana 07/ 2018 ‎Jijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaa maraaf fakkeenya akka ta'u Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) sirna eebbaa Kitaaba Ida'amuu 4ffaa, "Mootummaa Ida'amuu"…

Continue ReadingJijjiiramni Finfinneen waggoota muraasa keessatti galmeessite Afrikaaf fakkeenya ta’a- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Mootummaan Ida’amuu har’a irra dhaabbatee, egeree fooyya’aa ijaara- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

‎AMN PLUS - Fulbaana 7/2018 ‎Mootummaan Ida'amuu har'a irra dhaabbatee, egeree fooyya'aa mil'achuun kan ijaaru ta'uu isaa Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) ibsan. ‎Kitaabni 4ffaa Ministirri Muummee falaasama Ida'amuu…

Continue ReadingMootummaan Ida’amuu har’a irra dhaabbatee, egeree fooyya’aa ijaara- MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Hiriirri guddicha guutummaa Oromiyaatti gaggeeffame diinaafis firaafis ergaa murteessaa dabarseera- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Fulbaana 7/ 2018 Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan hiriirri guddicha guutummaa Oromiyaatti gaggeeffame kun diinaafis firaafis ergaa murteessaa dabarseera jedhan. Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…

Continue ReadingHiriirri guddicha guutummaa Oromiyaatti gaggeeffame diinaafis firaafis ergaa murteessaa dabarseera- Pirezidaanti Shimallis Abdiisaa

Shira xaxame qaxxaamuruun hidha haaromsaa cichoominaan milkeessineerra- Obbo Awwaluu Abdii

‎AMN PLUS-Fulbaana 7/2018 ‎Eebbifamuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa hordofuun ummanni Magaalaa Asallaa hiriiraan gammachuu isaanii ibsataa jiran irratti kan argaman Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii Itoophiyaan…

Continue ReadingShira xaxame qaxxaamuruun hidha haaromsaa cichoominaan milkeessineerra- Obbo Awwaluu Abdii

Gannat Margaa: Barattuu Qabxii 579 fiduun Hayimaanoot Yohaannis waliin 1ffaa taate

‎AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Bu'aan qormaata biyyaalessaa Kutaa 12ffaa seensa Yuunivarsitii Kaleessa ifoomeera. Gaafa Fulbaana 4/2018 ibsa Ministeerri Barnootaa kenneen Qabxiin Olaanaan Dhiirotaa Saayinsii Uumamaan 591 Mana Barumsaa Bultii Addaa…

Continue ReadingGannat Margaa: Barattuu Qabxii 579 fiduun Hayimaanoot Yohaannis waliin 1ffaa taate

Tibbana taatee lafti cituu mudateefi tarkaanfiiwwan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fudhataa jiru maali?

AMN PLUS - Fulbaana 6/2018 Magaalaa Finfinneetti abbootii warraa 29 naannawa lafti dhodhooheerraa kaasuun hojiin balaa kana to'achuu hojjetamaa jiraachuu Manni Qopheessaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Sadarkaa Itti aanaa Kantiibaatti Hoji…

Continue ReadingTibbana taatee lafti cituu mudateefi tarkaanfiiwwan Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee fudhataa jiru maali?