MM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmud waliin mari’atan. Dr. Abiyyi dhimmoota waloofi dhimmoota naannawaa irratti xiyyeeffachuun mari'achuu ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa waliin mari’atan

Naannoo Affaaritti balaa kirkira lafaan lubbuun nama tokkoo yoo darbu manneen kuma 43 ol tajaajilaan ala ta’aniiru

AMN PLUS- Onkololeessa 02/2018 Naannoo Affaar Godina Kaabaa Aanaa Barhaaleetti balaa Kirkira Lafaa mudateen namaafi qabeenyarra miidhaan gahe. Bulchaan Aanichaa Obbo Alii Huseen, sababa kirkira lafaan ijoolleen umrii ganna 12…

Continue ReadingNaannoo Affaaritti balaa kirkira lafaan lubbuun nama tokkoo yoo darbu manneen kuma 43 ol tajaajilaan ala ta’aniiru

Qabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018 ‎Jireenya qonnaan bulaa jijjiiruuf misoomni koriidarii baadiyyaa murteessaa ta'uu Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr) dubbatan. ‎Daawwannaa hojii naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti kan taasisan Ministirri Muummee, jijjiirami magaalaa…

Continue ReadingQabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Dhaabbileen dhangala’aa xuraa’aa gara lagaatti lakkisan birrii kuma 600 adabaman

AMN PLUS -Onkoloolessa 1/2018 Dhaabbileen lama dhangala'aa xuraa’aa gara lagatti gadi lakkisaan tokkoon tokkoon isaanii Birrii kuma 300, walumaa galatti Birrii kuma 600 adabaman. Abbaan Taayitaa Kabachiisa Dambii Magaalaa Finfinee…

Continue ReadingDhaabbileen dhangala’aa xuraa’aa gara lagaatti lakkisan birrii kuma 600 adabaman

Tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni guddaan ilaalchadha- Obbo Geetaachoo Raddaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Adeemsa biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni mudatu inni guddaan rakkoo ilaalchaa ta'uu Gorsaan Ministira Muummee Dhimmoota Baha Afrikaa Obbo Geetaachoo Raddaa ibsan. Dooktar Abiyyi ‎Misooma kooriidarii…

Continue ReadingTattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni guddaan ilaalchadha- Obbo Geetaachoo Raddaa

“‎Hin dandeenyu jedhu, hojjatamee yoo arginus hin amanan”- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Koriidarii Baadiyyaa Godinoota Kambaataa, Hadiyyaa Silxeefi Halaabaatti hojjatame ilaalchisee Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad hoggantoota waliin marii gabaabaa taasisaniiru. Maricharrattis nuti Itoophiyaanonni "Hin dandeenyu jenna, hojjatamee yoo…

Continue Reading“‎Hin dandeenyu jedhu, hojjatamee yoo arginus hin amanan”- MM Abiyyi Ahimad (PhD)