Naannoon Oromiyaa caasaalee gandaaf mootara kuma 6f 800 kenne
AMN PLUS- Onkoloolessa 04/2018 Mootummaan Naannoo Oromiyaa Gandoonni Wiirtuu Guddinaafi badhaadhinaa waan ta'aniif Tajaajila Gandootatti kennaman si'ataa akka ta'uuf hojjechaa jiraachuu himame. Lammiileen naannawaa manasaatii osoo hin fagaatin tajaajila barbaadan…