Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

AMN Plus- Onkoloolessa 08/2018 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa bara 2018 qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee himan. Waltajjichaan raawwii guyyootii 90 ilaaluun, milkaa’inaa fi qaawwa mul’atan…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii kurmaana 1ffaa qorachuu eegale

Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

AMN Plus - Onkololeessa 8/ 2018 Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD). Paarkiin gaarreen Baalee madda…

Continue ReadingPaarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – MM Abiyyi Ahimad

Miseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Koreen Dhaabbii Dhimmoota Haqaafi Bulchiinsa Gaarii Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwachuun Hoji raawwachiistotaafi gaggeessitoota AMN waliin mari'ateera. ‎Korichi gabaasa raawwii hojii AMN kurmaana jalqabaa bara…

Continue ReadingMiseensonni Mana Maree Magaalaa Finfinnee AMN daawwatan

Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 7/2018 ‎Ministiroonni Maallaqaa Gaanfa Afrikaa yaa'ii Fandii Maallaqaa Idil-addunyaa (IMF) fi Garee Baankii Addunyaa Waajjira Muummee Baankii Addunyaa Waashingitan D.C.tti adeemsifama jirun cinatti Innisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti mari'atan.…

Continue ReadingMinistirri Maallaqaa Ahimad Shideen marii Inisheetiivii Gaanfa Afrikaarratti hirmaatan

Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasaafi beekamtiin kenname

AMN PLUS-Onkoloolessa 7/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2017 qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasa kenneera. Dabalataanis, manneen barnootaa barattoota guutumaatti dabarsaniifi qaamolee milkaa'ina barnootaaf tumsaniif badhaasaafi beekamtiin…

Continue ReadingBarattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii olaanaa galmeessaniif badhaasaafi beekamtiin kenname