Qabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 13/2018 ‎Biiliyeenarri lammii Naayijeeriyaa Aliikoo Daangooteen taaksii malee qabeenya Dolaaraa biiliyeena 30 walitti qabachuun Afrikaarraa nama jalqabaa ta'eera. ‎Torban lamaan dura biiliyoonarata Biluumbarg tarreesse keessaa qabeenyi…

Continue ReadingQabeenyi Aliikoo Daangootee doolaara Biiliyoona 30 caale

‎Komishinichi torban kana Tigraayitti imaluun bulchiinsa yeroo naannichaafi hawaasa waliin ni mari’ata

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 13/2018 ‎Dhimmoota biyyaalessaa bu'uura ta'an irratti mariiwwan gochuun waliigaltee biyyaaleessaa fooyya'aa uumuuf akka gargaaru Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Yuunaas Adaayee (PhD) dubbataniiru. ‎Komishinar Yuunaas (PhD) AMN…

Continue Reading‎Komishinichi torban kana Tigraayitti imaluun bulchiinsa yeroo naannichaafi hawaasa waliin ni mari’ata

Itoophiyaatti bara 2018 guddinni dinagdee dhibbantaa 10.2 akka galmaa’u eegama

AMN Plus - Onkoloolessa 13/2018 Manni Maree Ministirootaa raawwii diinagdee gooroo guyyootii 100 haalota diinagdee addunyaa waliin walbira qabee qorachaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee beeksise. Bara 2017tti guddinni diinagdee Waliigalaa…

Continue ReadingItoophiyaatti bara 2018 guddinni dinagdee dhibbantaa 10.2 akka galmaa’u eegama

“Miidhagina Baalee suuraanis, viidiyoonis sirriitti ibsuu hin dandeessu” Weellisaa Leencoo Gammachuu

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 13/2018 ‎Weelluu "Walaabuu" jedhuun seenaa Oromoofi fuulduree miidhagina Baalee sirbaan akeekuun addunyaaf ibseera, Weellisaa Leencoo Gammachuun. "Baaleen waan miidhagina uumaa qabuuf qofa miti, seenaa baroota lakkoofsiseefi aadaa…

Continue Reading“Miidhagina Baalee suuraanis, viidiyoonis sirriitti ibsuu hin dandeessu” Weellisaa Leencoo Gammachuu

Mootummaan Ida’amuu cabiinsa kaleessaa wal’aanuun imala fuulduraaf kallattii kaa’a jedhame

AMN Plus- Onkoloolessa 13/2018 Kitaabni Mootummaa Ida'amuu, idaa dhaloota kaleessa irraa dhufe guutuun biyya fakkeenya taate ijaaruuf kallattii kan agarsiisu ta'uu ibsame. Hojjettoonnifi Hooggantootni dhaabbilee mootummaa Magaalaa Finfinnee qabiyyee Kitaaba…

Continue ReadingMootummaan Ida’amuu cabiinsa kaleessaa wal’aanuun imala fuulduraaf kallattii kaa’a jedhame

Naannoon Benishaangul Gumuz warqee Kiiloo Giraama Kuma 1 fi 700 ol Baankii Biyyaalessaatti galii taasisuu beeksise

AMN PLUS- Onkoloolessa 13/2018 Naannoo Benishaangul Gumuzitti baatiiwwan darban sadanitti warqeen Kiiloo Giraama Kuma 1 fi 723 Baankii Biyyaalessaatti galii taasifamuu Itti gaafatamaan Biiroo Misooma Qabeenya Albuudaa naannichaa Obbo Tujjaanii…

Continue ReadingNaannoon Benishaangul Gumuz warqee Kiiloo Giraama Kuma 1 fi 700 ol Baankii Biyyaalessaatti galii taasisuu beeksise

Dhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

AMN PLUS- Onkoloolessa 13/2018 Dhaabbileen qindoominaan hojjachuu isaaniitiin sirna baruu fi barsiisuuf kan haala mijeessee fi qulqullina barnootaa kan mirkaneesse akka ta'e himame. Milka'ina hojii kanaaf Kilaastari Misooma Hawaasummaa hojii…

Continue ReadingDhaabbileen magaalaa Finfinnee saddeet waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan

Sadarkaa Qulqullina barnootaa daran cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhame

AMN Plus – Onkoloolessa 13/2018 Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullina Barnootaa fi Leenjii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee qulqullina barnoota mirkaneessuuf qooda fudhattoota waliin mari'achaa jira. Itti aantuun Hogganaa Abbaa Taayitichaa Aaddee Tagaayituu…

Continue ReadingSadarkaa Qulqullina barnootaa daran cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhame

IMF hojiilee riifoormii Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate

AMN Plus- Onkololeessa 13/2018 Dhaabbatni Maallaqa Addunyaa (IMF) hojiilee riifoormii diinagdee Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate. Ministirri Maallaqaa Ahimad Shideen Daayrektera olaantuu Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa fi Dhaabbatichatti Hoggantoota Dippaartimantii…

Continue ReadingIMF hojiilee riifoormii Itoophiyaan gaggeessaa jirtu dinqisiifate

Hariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa Ji’oota jaha keessatti dachaan dabale

AMN PLUS -Onkoloolessa 13/2018 Hariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa bara faranjootaa 2025 Ji’oota jaha keessatti dachaan dabaluu Itoophiyaatti Ambaasaaddarri Raashiyaa Evegeenii Tarihiin ibsan. Miidiyaa Raashiyaa TASS waliin turtii kan taasisan…

Continue ReadingHariiroon daldalaa Itoophiyaa fi Raashiyaa Ji’oota jaha keessatti dachaan dabale