Hojiileen misoomaa uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa ta’aniiru- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 Hojiileen misoomaa magaalaa Finfinnee uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa akka ta’an Kantiibaa Adaanach Abeebee ibsaniiru. Milkaa’inootni argaman Finfinneen Afrikaa irratti akka eeramtu kan ishee taasise ta’uu…

Continue ReadingHojiileen misoomaa uummata hirmaachisuun hojjataman bu’a qabeessa ta’aniiru- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Kaayyoon Mootummaa Ida’amuu badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuudha- Dr. Ergooggee

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Mootummaan Ida’amuu dameewwan diinagdee danuu tarkaanfachiisuun badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuuf kaayyoo qabatee hojjetaa jiraachuu Ministirri Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Hawaasummaa Ergoogee Tasfaahee (PhD) ibsan. ‎Kaayyoon leenjii hoggansaa Magaalaa…

Continue ReadingKaayyoon Mootummaa Ida’amuu badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuudha- Dr. Ergooggee

Itoophiyaan jijjiirama hawaasaa qabatamaa ta’e fiddeetti- Ambaasaaddar Fayisal Aliyyii

‎AMN Plus- Onkoloolessa 28/2018 ‎Yaa'ii Misooma Hawaasaa 2ffaa Doohaatti adeemsifamaa jiru irratti Itoophiyaan gama misooma hawaasaan waggoota muraasa as jijjiirama qabatamaa ta'e fiduun ishee Ambaasaaddar Fayisal Aliyyii ibsaniiru. ‎Ambassaddar Fayisel…

Continue ReadingItoophiyaan jijjiirama hawaasaa qabatamaa ta’e fiddeetti- Ambaasaaddar Fayisal Aliyyii

Karoora misooma waaraa bara 2030 galman gahuuf yaalii taasifamu UN cimsuu akka qabu ibsame

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 28/2018 ‎Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii tarsiimoo Misooma Itti Fufiinsa Qabu kan bara 2030 galma akka ga’uuf sochii taasifamu akka deeggaru Itoophiyaan gaafachuu ishee ibsameera. ‎Ministirri Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu…

Continue ReadingKaroora misooma waaraa bara 2030 galman gahuuf yaalii taasifamu UN cimsuu akka qabu ibsame

Misoomni Kooridarii Adaamaa miidhagsuu bira darbee iddoowwan bashannanaa mijataa taasiseera- Jiraattota

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 28/2018 ‎Misoomni Kooridarii Magaalaa Adaamaa miidhagsuu qofa osoo hin ta'in iddoowwan bashannanaaf haalan mijataa ta’e akka uumee jiraattonni ibsaniiru. ‎Hojiin misooma kooridarii kuni bakka bashannanaa, iddoowwan magariisaa…

Continue ReadingMisoomni Kooridarii Adaamaa miidhagsuu bira darbee iddoowwan bashannanaa mijataa taasiseera- Jiraattota

Finfinneen guutummaa Afrikaa boonsiti – Daawwattoota

AMN Plus- Onkoloolessa 28/2018 Guddina hunda galeessa Magaalaa Finfinneetti argan baay’ee dinqisiiffachuusaanii hirmaattonni yaa’ii sagantaa beelladaa idil addunyaa ibsan. Hirmaattonni Sagantaa Yaa’ii waggaa bineensota Bosonaa Addunyaa misooma hunda galeessa Magaalaa…

Continue ReadingFinfinneen guutummaa Afrikaa boonsiti – Daawwattoota

Fiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

AMN PLUS - Onkoloolessa 28/ 2018 Fiigichi qaxxaamura biyyaa Internaashinala Jaanmeedaa marsaa 43ffaf Dilbata dhufu geggeeffama. Federeeshiniin Atileetiksii Itoophiyaa dorgommii kana ilaalchisuun ibsa kenneera. Atileetota naannolee 10, bulchiinsa magaalaa lamaa…

Continue ReadingFiigichi qaxxaamura biyyaa Jaanmeedaa Dilbata gaggeeffama

Barri Qaroomina Goondar Lammaffaan eegalameera- Obbo Tamasgeen Xurunaa

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 28/2018 ‎Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaa barri qaroomina Goondar lammaffaan akka eegalame beeksisan Obbo Tamasgeen ergaa fuula miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin, Dallaan Galmaa Faasiil waggoota 400f…

Continue ReadingBarri Qaroomina Goondar Lammaffaan eegalameera- Obbo Tamasgeen Xurunaa

Hoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Leenjiitoonni Leenjii Hooggantoota Olaanoo Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaataa turan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinneetti hojjatamaa turan dawwachuu eegalan. Hoggantoonni olaanoo kuniin Leenjii Ijaarsa dandeettii guyyoota 10f Naannoo…

Continue ReadingHoggantoonni olaanoon Paartii Badhaadhinaa Hojiilee Misoomaa Magaalaa Finfinnee keessatti hojjataman daawwachuu eegalaan.