Giddugalichi wal’aansa ammayyaa sadarkaa idil-addunyaa kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Giddugalli Tajaajila Fayyaa Ammayyaa Hospitaala Yaadannoo Zawudituu har'a eebbifame wal'aansa ammayyaa qulqullina sadarkaa idil-addunyaatti yeroon barbaadu kan guuttate ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.…