Giddugalichi wal’aansa ammayyaa sadarkaa idil-addunyaa kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Giddugalli Tajaajila Fayyaa Ammayyaa Hospitaala Yaadannoo Zawudituu har'a eebbifame wal'aansa ammayyaa qulqullina sadarkaa idil-addunyaatti yeroon barbaadu kan guuttate ta'uu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.…

Continue ReadingGiddugalichi wal’aansa ammayyaa sadarkaa idil-addunyaa kenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Nageenya mirkaneessuuf guyyaatti dabaree sadiin hojjamaa jira- Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Finfinnee

‎AMN PLUS Sadaasa 06/2018 ‎Nageenya waaraa fiduuf olaantummaa seeraa mirkaneessuuf Uummataa fi qooda fudhattoota waliin hojjachuun akka barbaachisaa ta'e Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee beeksise. ‎Saamicha magaalaa keessatti…

Continue ReadingNageenya mirkaneessuuf guyyaatti dabaree sadiin hojjamaa jira- Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Finfinnee

‎Magaalotni fakkeenya badhaadhinaafi giddu gala misoomaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu ibsame

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎Misoomni Magaalotaa kan mirkanaa'uu gaggeessummaa hoggansi jijjiiramaa kennuufi Hirmaannaa Jiraattotaani jedhan Ministirri ministerra Misooma Magaalotaafi Bu'uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saanii. ‎Magaalonni giddu gala misoomaafi Fakkeenya Badhaadhinaa…

Continue Reading‎Magaalotni fakkeenya badhaadhinaafi giddu gala misoomaa akka ta’an hojjatamaa jiraachuu ibsame

‎Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffaledha- Obbo Adam Faaraah

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎"Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Loogiyaatti kabajamuun Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffale ta'uu kan yaadachiisudha" jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…

Continue Reading‎Affaar ummata jabaafi walabummaa Biyyaaf gumaacha guddaa kaffaledha- Obbo Adam Faaraah

‎Itoophiyaafi Eertiraan faayidaa waloorratti osoo hojjetanii bu’aan argamu guddaadha- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎AMN PLUS - Sadaasa 6/2018 ‎Wal dhabdeen Itoophiyaa fi Eertiraa baroota hedduuf ture falmii daangaa fi dantaa galaanaa irra darbee, fedhii nagaa fi misoomaa Itoophiyaan barbaaddu irratti qormaata yeroo dheeraa…

Continue Reading‎Itoophiyaafi Eertiraan faayidaa waloorratti osoo hojjetanii bu’aan argamu guddaadha- Geediyoon Ximootiwoos (PhD)

‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

‎AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa akka uume Pirezidaantiin Naannoo Affaar Haajii Awwal Aarbaa ibsan. ‎Hojiin Misooma koriidarii Magaalattii…

Continue Reading‎Ilaalamniifi hojimaatni Mootummaan jijjiiramaa misooma Magaalotaaf qabu Magaalaan Samaraa Loogiyaa Akka misoomtuuf carraa uumera- Haajii Awwal Aarbaa

Kantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawudituu haala addaan ammayyeeffamee ijaarame eebbisan

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 Kantibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawdiituu haala addaan babal’ifamaa fi haaromfamaa ture hojii eegalchiisaniiru. Hospitaalli buleessi Yaadannoo Zawdiituu akkaataa magaalaa Finfinnee madaaluun hojiin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebeen Hospitaala Yaadannoo Zawudituu haala addaan ammayyeeffamee ijaarame eebbisan

Ayyaannichi agarsiistuu dilbii aadaa fi duudhaa Itoophiyaanotaati-Afyaa’oota N/Gidduu Galeesssaa

AMN PLUS- Sadaasa 06/2018 Afyaa'iin Mana Maree Naannoo Gidduu galeessaa Itoophiyaa Aadde Faaxee Saarmoolloo fi Afyaa'iin Mana maree saboota, sablammoota Naannichaa Obbo Abbuttoo Allitoo waloon ibsa miidiyaaleef kennaniiru. Guyyaan ayyaana…

Continue ReadingAyyaannichi agarsiistuu dilbii aadaa fi duudhaa Itoophiyaanotaati-Afyaa’oota N/Gidduu Galeesssaa

Fooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti baname

AMN PLUS- Sadaasa 6/2018 ‎Fooramiin Magaalota Itoophiyaa 10ffaan Naannoo Affaar Magaalaa Samaraa Istaadiyeemii Guddicha Samaraatti eegalame. ‎Baninsa sagantaa kanaa irratti jiraattonni naannicha agarsiisa shubbisa aadaa gosa garaagaa agarsiisaniiru. ‎Fooramiin Magaalota…

Continue ReadingFooramiin Magaalota Itoophiyaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti baname