Aqaaqii Qaallittiitti manni harka qalleeyyii abbaan darbii 4 abbootii warraa 30’f tajaajilu ijaaramuu eegale

You are currently viewing Aqaaqii Qaallittiitti manni harka qalleeyyii abbaan darbii 4 abbootii warraa 30’f tajaajilu ijaaramuu eegale

AMN PLUS- Hagayya 15/2017

Abbaan Taayitaa Kenninsa Hayyamaafi To’annoo Ijaarsaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti hojii tola ooltummaa Gannaatiin Mana Harka Qalleeyyii Abbootii Warraa 30’f ijaarsisuu eegaleera.

Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii Aanaa 8’tti Manni Harki Qalleeyyii Abbaan Darbii 4 Abbootii Warraa 30’f tajaajilu ijaaramuu eegale.

Hojiin Ijaarsaa kun ji’a sadi keessatti kan xumuramuufi Birrii Miliyoona 62 ol baasii akka itti tahu ibsameera.

Hojichi deeggarsa qaamolee qooda fudhattootaan kan raawwatamu tahuus ibsameera.

Mahaammad Toofiqitu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply