Oromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

AMN PLUS - Ebla 20/ 2017 Qormaanni kutaa 6ffaa fi 8ffaa sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kennamu baatii Caamsaa fi Waxabajjiitti walduraa duubaan kan kennamu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksiseera. Qormaanni kutaa…

Continue ReadingOromiyaatti Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 3 – 5/ 2017 akka kennamu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise

Naannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinesii fi qorannoo gochaa marsaa 6ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti adeemsifama jira. Waldorgimmichi qindeessummaa Biiroo Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaatiin…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti waldorgommiin ogummaa, teeknoloojii, yaadama biizinasii fi qorannoo gochaa adeemsifama jira

Masaraa Dajjaazmaach Kumsa Morodaa haaromsuuf waliigalteen mallatteeffame

AMN PLUS Ebla 20/2017 Abbaan Taayitaa Hambaalee Itiyoophiyaa Masaraa Mootii Kumsaa Morodaa haaromsuu fi deebisee misoomsuuf dhaabbata Ijaarsaa ‘BYMT’ jedhamu waliin waliigaltee mallatteesseera. Daarektarri ol’aanaa Abbaa Taayitichaa Gargaaraa Pirofeesaraa Ababaawu…

Continue ReadingMasaraa Dajjaazmaach Kumsa Morodaa haaromsuuf waliigalteen mallatteeffame

Korporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuu appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii eegalchiise

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Industirii ijaarsaa keessatti dorgomaa cimaa tahuun hojjechaa kan jiru,Korporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa, tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuuf, appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii, 'Interperise Resource Planning' (ERP) jedhamu eebbisuun…

Continue ReadingKorporeeshiniin Ijaarsaa Oromiyaa tajaajila waraqaarraa biliisaa kennuu appilikeeshinii bulchiinsa qabeenyaafi Hordoffii hojii eegalchiise

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachu eegale

AMN PLUS- Ebla 20/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachuu eegaluu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ibsan. Kantiibaa Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’ottan 9 darbanii qorachu eegale

Baarseloonaan Riyaal Maadriid Injifachuun Shaampiyoonaa Koppaa Deelarey ta’e.

AMN PLUS - Ebla 19/2017 Boqonnaan dura olaantummaa taphaa kan fudhatan gareen Hansii Filiik goolii Peedriin daqiiqaa 28ffaarratti lakkoofsiseen xumuran. Tapha boqonnaa boodaan teessoo jijiirraarraa dirree kan seenee Kiliyaan Imbaappee…

Continue ReadingBaarseloonaan Riyaal Maadriid Injifachuun Shaampiyoonaa Koppaa Deelarey ta’e.

Fiigichi daandiirraa Km 10 mata duree Itoophiyaan haa oomishtu jedhuun qophaa’e dorgomame

AMN PLUS Ebla 19,2017 Dorgommicha Ministeerri Indaastirii marsaa 3ffaaf kan qopheesse yoo ta'u hoggantoonni olaanoon mootummaa, Atileetonni ciccimoon biyyattiifi keessummoonni garaagaraa irratti hirmaataniiru. Saganticha irratti argamuun haasaa kan taasisan Ministirri…

Continue ReadingFiigichi daandiirraa Km 10 mata duree Itoophiyaan haa oomishtu jedhuun qophaa’e dorgomame

Hooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee qoratan

AMN PLUS - Ebla 17/2017 Hooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti qorataniiru. Oppireeshinii qindaawaa guutuu kutaa magaalaa Finfinneetti taasifameen namoonni…

Continue ReadingHooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee qoratan

”Itiyoophiyaan ji’oota saglan darbanitti misooma Abaaboo irraa galii doolaara miiliyoona 360 argatteetti”—Obbo Addisuu Araggaa

AMN PLUS - Eebla 17, 2017 Itiyoophiyaan qabeenya uumamaafi haala qilleensaa mijataa qabdu carraa misoomatti jijjiirtee addunyaaf galtee ta'aa jirti. Dameewwan qonnaa keessaa misoomni Hortiikaalcharii, misooma Hortiikaalcharii keessaa immoo misoomni…

Continue Reading”Itiyoophiyaan ji’oota saglan darbanitti misooma Abaaboo irraa galii doolaara miiliyoona 360 argatteetti”—Obbo Addisuu Araggaa

Sagantaan cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii adeemsifamaa jira

AMN Plus 18 07 2017 Sirni cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneetiin qophaa'ee adeemsifamaa jira. Agarsiisichi mataduree 'Dhaloota hojii kalaqaatiin gahoome badhaadhina biyyoolessaatiif' jedhuun marsaa 10ffaaf Paarkii…

Continue ReadingSagantaan cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii adeemsifamaa jira