Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad(Dr) dursaa amantaa Kaatoliik Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’ataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Poop Liyoo…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Poop Liyoo 14ffaa waliin Vaatikaanitti mari’atan

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Hojii Raawwachiisaa Olaanaa ‘Webuild Group’ Peyitiroo Saaliinii waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Hojii Raawwachiisaa Olaanaa ‘Webuild Group’ Peyitiroo Saaliinii waliin Roomitti mari’ataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) ergaa fuula Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin dabarsaniin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Hojii Raawwachiisaa Olaanaa ‘Webuild Group’ Peyitiroo Saaliinii waliin mari’atan

Ijaarsa biyyaa keessatti gaheen Barsiisotaa olaanaa dha – Hogganaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Dr. Zalaalam Mulaatuu

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Barsiisonni Magaalaa Finfinnee Keessatti Barsiisan Hojiilee Misoomaa Magaalattii Daawwachaa jiru. Jalqabbii Sirna Daawwii kanarratti Ergaa kan dabarsan Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Dr. Zalaalam Mulaatuu Barsiisonni…

Continue ReadingIjaarsa biyyaa keessatti gaheen Barsiisotaa olaanaa dha – Hogganaa Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee Dr. Zalaalam Mulaatuu

‘RS’ Berkaan Yeroo 3ffaaf Shaampiyoonummaa konfedereeshinii Afrikaa mirkaneeffate

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Morkii kilaba Morookoo ‘RS’ Berkaan fi kan Taanzaaniyaa Siimbaa gidduutti taphni marsaa duraa olaantummaa RS Barkaan 2 fi 0'n goolabamee ture. Ta'us tapha marsaa 2ffaa kaleessa…

Continue Reading‘RS’ Berkaan Yeroo 3ffaaf Shaampiyoonummaa konfedereeshinii Afrikaa mirkaneeffate

Luwiis Enerikeen bara dorgimmii kanaan waancaa lama injifaachuun 3ffaaf qophiirra jira

AMN PLUS Caamsaa 17/2017 Shaampiyoonummaa waancaa Liigii Firaansi 1ffaa xumura taphoota liigichaa dursee kan mirkaneeffate PSG'n morkii waancaa Firaansiin tapha Raayinsi waliin taphate 3 fi 0'n mo'achuun dorgommii marsaa kanaan…

Continue ReadingLuwiis Enerikeen bara dorgimmii kanaan waancaa lama injifaachuun 3ffaaf qophiirra jira

Kantiibaa Adaanech Abeebee bakka buutota hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 17/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Addee Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin bakka buutota hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinnee waliin mari’anneerra jedhan. Kantiibaa Adaanecha Abeebee hawaasni daldalaa…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee bakka buutota hawaasa daldalaa Magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ‘Mpox’ ilaalchisuun ibsa kennan

AMN PLUS Caamsaa 17/2017 Ministeerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ‘Mpox’ ilaalchisuun ibsa kennaniiru. Ibsi dhaabbileen kunneen kennan akka armaan gadiitti dhihaateera.

Continue ReadingMinisteerri Fayyaa fi Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itoophiyaa ‘Mpox’ ilaalchisuun ibsa kennan

Komishinii Hooggansa Hojii Sodaa Ibiddaa fi Balaa Finfinnee teeknooloojiin gurmeessuun cimee itti fufa – Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN Caamsaa 17/2017 Komishinii Hooggansa Hojii Sodaa Ibiddaa fi Balaa Finfinnee human namaa fi teeknooloojii yeroon gaafatuun gurmeessuun cimee akka itti fufu Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Guyyaan Ibiddaa fi balaa…

Continue ReadingKomishinii Hooggansa Hojii Sodaa Ibiddaa fi Balaa Finfinnee teeknooloojiin gurmeessuun cimee itti fufa – Kantiibaa Adaanech Abeebee

Mooticha Neeppils haarawa, mootummaa ofii isaa ijaaruuf Old Tiraafoordii bahe – Iskoot Maaktominayi

AMN PLUS- Caamsaa 16, 2017 Kilaba Naappoolii keessatti taphataan murteessaan Waancaa milkeessuu keessatti shoora olaanaa taphatu maqaa masoo 'Neples King' jedhamu gonfata. Diyaagoo Armaandoo Maaraadoonaarraa kaasee taphattoonni muraasni maqaa kabajaa…

Continue ReadingMooticha Neeppils haarawa, mootummaa ofii isaa ijaaruuf Old Tiraafoordii bahe – Iskoot Maaktominayi