Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) daawwannaa hojiif Paariis dhaqan

AMN PLUS- Caamsaa 14/2017 Ministirri muummee  Abiyyi Ahimad (Dr.) fi giifti dureen Zinnaash Taayyaachoo jila hooggantoota olaanoo waliin ta’uun daawwannaa hojiif Fraansi Paariis dhaqaniiru. Daawwannaasaanii kanaanis Pireezidaantii Firaansi Imaanu’eel Maakroon…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) daawwannaa hojiif Paariis dhaqan

Totenhaamii fi Yuunaayitid seenaa Liigii Awurooppaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaaf waliin morkatu

AMN PLUS Caamsaa 13/2017 Taphni waancaa Liigii Awurooppaa har'a galgala sa'aa 4:00 eegaluun Bilbaawootti taphatamu kun tapha waancaa sadarkaa ardii Awuroppaa kilaboota biyya tokkoo gidduutti taphatamudha. Kilabootni Ingilaandi lammanuu daandiin…

Continue ReadingTotenhaamii fi Yuunaayitid seenaa Liigii Awurooppaa keessatti yeroo jalqabaaf waancaaf waliin morkatu

Kantiibaa Adaanech Abeebee pirojektii dhaabbii konkolaataa Eekkaa lakkoofsa 2 eebbisan

AMN PLUS Caamsaa 13/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee pirojektii dhaabbii konkolaataa Eekkaa lakkoofsa 2 har’a eebbisanii hojii eegalchiisaniiru. Bakki dhaabbii konkolaataa kun yeroo tokkotti konkolaattota kuma 1…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee pirojektii dhaabbii konkolaataa Eekkaa lakkoofsa 2 eebbisan

Magaalaa Finfinneetti kenniinsa tajaajila fayyaa ammayyeessuuf hojjetamaa Jiraachuun himame

AMN PLUS - Caamsaa 12/ 2017 Mariin ogeessota fayyaa hirmaachise kutaa Magaalaa Addis Katamaatti ta’aamaa jira. Maricha karaa sur sagalee kan eegalchiisan Hoogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti kenniinsa tajaajila fayyaa ammayyeessuuf hojjetamaa Jiraachuun himame

Jijjiiramaan booda damee fayyaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennameen bu’aaleen jajjabeessaan argamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa ibsan

AMN PLUS Caamsaa 12/2017 Mariin Ogeessota Fayyaa Kutaa Magaalaa Eekkaa keessaa walitti babahan hirmaachise mata duree "Fayyaa Waaraa Badhaadhina Biyyaaf" jedhuun ta’aamaa jira. Waltajjii marii kanarratti barreeffamni ka'umsa marii qormaata…

Continue ReadingJijjiiramaan booda damee fayyaatiif xiyyeeffannoo olaanaa kennameen bu’aaleen jajjabeessaan argamuu Hogganaan Biiroo Fayyaa Magaalaa Finfinnee Dr. Yohaannis Caalaa ibsan

Magaalaan Finfinnee daa’imman guddisuuf Afriikaa keessaa magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jiraachuu Aadde Adaanech Abeebee ibsan

AMN PLUS Caamsaa 11/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Magaalaan Finfinnee Afriikaa keessaa daa’imman guddisuuf magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jira jedhan.

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee daa’imman guddisuuf Afriikaa keessaa magaalaa filatamtuu akka taatuuf hojjetamaa jiraachuu Aadde Adaanech Abeebee ibsan

Ogeeyyiin miidiyaa fi koomunikeeshinii Jijjiirama Biyyoolessaa fi seenessa waloo jabeessuuf shoora isanii caalaatti bahuu qabu

AMN PLUS Caamsaa 11/2017 Ogeeyyiin miidiyaa fi koomunikeeshinii dhugaa jijjiirama biyyoolessaa fi seenessi waloo cimee akka itti fufuuf shoora isaanii bahuu akka qaban, Itti gaafatamaan Damee Quunnamtii uummataa fi hariiroo…

Continue ReadingOgeeyyiin miidiyaa fi koomunikeeshinii Jijjiirama Biyyoolessaa fi seenessa waloo jabeessuuf shoora isanii caalaatti bahuu qabu

Shaampiyoonaa Atileetiksii guddattootaa umurii 20 gadii Dirree Dhawaatti adeemsifamuuf qophii taasisaa jiraachuu atileetonni himan

AMN PLUS-Caamsaa 11/ 2017 Shaampiyoonaa Atileetiksii Itoophiyaa Caamsaa 18 bara 2017 irraa eegalee dorgomamuuf qophii taasisaa jiraachuu atileetonni dorgommicha irratti hirmaatan himan. Atileetonni fageenya gabaabaa Akkaadaamii Ispoortii Itoophiyaatti leenji’aa jiran…

Continue ReadingShaampiyoonaa Atileetiksii guddattootaa umurii 20 gadii Dirree Dhawaatti adeemsifamuuf qophii taasisaa jiraachuu atileetonni himan