”Itiyoophiyaan ji’oota saglan darbanitti misooma Abaaboo irraa galii doolaara miiliyoona 360 argatteetti”—Obbo Addisuu Araggaa

AMN PLUS - Eebla 17, 2017 Itiyoophiyaan qabeenya uumamaafi haala qilleensaa mijataa qabdu carraa misoomatti jijjiirtee addunyaaf galtee ta'aa jirti. Dameewwan qonnaa keessaa misoomni Hortiikaalcharii, misooma Hortiikaalcharii keessaa immoo misoomni…

Continue Reading”Itiyoophiyaan ji’oota saglan darbanitti misooma Abaaboo irraa galii doolaara miiliyoona 360 argatteetti”—Obbo Addisuu Araggaa

Sagantaan cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii adeemsifamaa jira

AMN Plus 18 07 2017 Sirni cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii Biiroo Barnoota Magaalaa Finfinneetiin qophaa'ee adeemsifamaa jira. Agarsiisichi mataduree 'Dhaloota hojii kalaqaatiin gahoome badhaadhina biyyoolessaatiif' jedhuun marsaa 10ffaaf Paarkii…

Continue ReadingSagantaan cufiinsa agarsiisa hojiiwwan kalaqa saayinsii adeemsifamaa jira

Addis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise

‎AMN PLUS- Ebla 18/2017 ‎Addis Miidiyaa Neetwork hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu, akkasumas hoggansaafi hojjetaa qaamaafi sammuun fayya buleessa ta'e hirachuu irratti fulleffachuun yeroo jalqabaaf…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwork yeroo jalqabaaf Feestivaala Ispoortii hariiroo hawaasummaa fi waliitti dhufeenya hojjattotaa dhaabbatichaa giddu jiruu cimsuu irratti fulleffatee adeemsise

Koreen Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walgahiisaa Eebla 17-18 bara 2017 taa’aa ture kallattii hojii fuula duraa irratti ibsa kennuun waltajjiisaa xummureera.

AMN PLUS- Eebla 18/2017 Koreen Hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Ebla 17 bara 2017 hanga Ebla 18 bara 2017tti walga'iisaa idilee taa'eera. Walga'ii kanaanis dhimmoota siyaasaa, diinagdee, hawaasummaafi dippilomaasii irratti bal'inaan…

Continue ReadingKoreen Hoji Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walgahiisaa Eebla 17-18 bara 2017 taa’aa ture kallattii hojii fuula duraa irratti ibsa kennuun waltajjiisaa xummureera.

Yaa’iin ariifachiisaa Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaa har’a taa’ama

AMN PLUS-Ebla 17/2017 Yaa’iin ariifachiisaa biyyoota humna nagaa kabachiisuu Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaaf gumaacha taasisanii har’a Yugaandaatti ni taa’ama. Barreessaan Olaanaa ‘IGAD’ Warqinaa Gabayyoo (Dr.) yaa’icharratti hirmaachuuf Inteebee…

Continue ReadingYaa’iin ariifachiisaa Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaa har’a taa’ama

Ambaasaddaroonni biyyoota garagaraa Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Baalee daawwachaa jiru

AMN PLUS- Ebla 17/2017 Ministeerri Tuurizimii dhaabbata ‘UNESCO’ waliin ta’uun Ambaasaddaroota teessoon isaanii Magaalaa Finfinnee ta’eef sagantaa daawwannaa kan qopheesse yoo ta’u Ambaasaddaroonni fi dipiloomaatonni 20 caalan hirmaachaa jiru. Sagantaa…

Continue ReadingAmbaasaddaroonni biyyoota garagaraa Paarkii Biyyaalessa Gaarreen Baalee daawwachaa jiru

Ergaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee

"Kaafamtoonni misoomaa naannoo Kaazaanchis turan har'a galgala kaazaanchisii haaraa misooma koriidariitiin jijjiirame daawwataniiru. Hojii misoomaa arganiin gammaduu isaanii karaan ittiin ibsan immoo hojii itti aanuuf humna nuuf ta'eera. Qaaliiwwan jiraattota…

Continue ReadingErgaa Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee

Manni Maree Ce’uumsa Qonnaa Oromiyaa kallattiiwwan gara garaa kaa’eera- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Ebla 16, 2017 Waltajjii Mana Maree Ce'uumsa Qonnaa Oromiyaa marsaa 3ffaa har’a gaggeessineen, hanqinootafi ciminoota muldhatan qorachuun, kallattii gara fuulduraa kaa’un goolabneerra jedhan Pireezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa.…

Continue ReadingManni Maree Ce’uumsa Qonnaa Oromiyaa kallattiiwwan gara garaa kaa’eera- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa