Humni Qilleensa Itoophiyaa Injiinarootaafi Teeknishaanota Xiyyaara ‘DHC-5 Buffalo’ suphuufi sadarkaasaa fooyyessuun hojiitti galchan galateeffate

AMN PLUS – Ebla 10/2017 Humni Qilleensa Itoophiyaa Injiinarootaafi Teeknishaanota waggaa 37 oliif tajaajilaan ala ta’ee ture Xiyyaara Pirezidaantiin Itoophiyaa duraanii Mangistuu H/Maariyaam ittiin tajaajilamaa turan ‘DHC-5 Buffalo’ suphuufi sadarkaasaa…

Continue ReadingHumni Qilleensa Itoophiyaa Injiinarootaafi Teeknishaanota Xiyyaara ‘DHC-5 Buffalo’ suphuufi sadarkaasaa fooyyessuun hojiitti galchan galateeffate

Guyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatedraala Kaateediriyaala Lidataa Maariyaamitti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira

AMN PLUS- Ebila 10/2017 Guyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatolikii Kaateediriyaala Lidataatti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira Sirna yaaddanno ayyaana Kanaa irratti Phaaphaasiin Mana Amantaa Kaatolikii Eebbifamoo…

Continue ReadingGuyyaan Yaadannoo Fannoo Iyyasuus kiristoos Magaalaa Finfinnee mana Amantaa Kaatedraala Kaateediriyaala Lidataa Maariyaamitti sirnoota garaagaan yaadatamaa Jira

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

AMN PLUS – Ebla 10/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa iftaan kabajamu sababeeffachuun hojjettoota waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa qabaniifi daa’imman waajjirichi guddisuuf maaddii qooduusaanii Waajjira Ministira…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun maaddii qoodan

Fiilmota Afuuraa hordoftoota amantii Kiristaanaa hedduu biratti baa’inaan daawwataman keessaa tokko “Jesus” Iyyasuusiidha.

AMN PLUS – Ebla 09/2017 Fiilmiin kun daawwatamuu kan inni eegale akka bara faranjootaa 1979 yoo ta’u hanga ammaatti afaanota kuma 2 olitti hiikameera. Fiilmichi wangeela Luuqaas ka’umsa gochuun kan…

Continue ReadingFiilmota Afuuraa hordoftoota amantii Kiristaanaa hedduu biratti baa’inaan daawwataman keessaa tokko “Jesus” Iyyasuusiidha.

Misoomni Kooriidaraa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru misoomni haqa qabeessi lammiilee bira akka gahu kan taasisu tahuun himame

AMN PLUS - Ebla 09/2017 Misoomni Kooriidaraa magaalota naannoo Oromiyaa garagaraatti hojjetamaa jiru misoomni haqa qabeessi lammiilee bira akka gahuuf carraa uumuusaa Biiroon Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa beeksise. Hoogganaa…

Continue ReadingMisoomni Kooriidaraa Naannoo Oromiyaatti hojjetamaa jiru misoomni haqa qabeessi lammiilee bira akka gahu kan taasisu tahuun himame

Duudhaa Jaalalaafi walgargaarsaa keenyaa kaleessaa cimsuun yeroo rakkinaatti wal bira dhaabbachuu murteessaa tahuu Hoji Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsaniiru.

AMN – Ebla 09/2017 AMN Sagaleen Dhalootaa Oduufi Odeeffannoo waytaawaaa hawaasa biraan gahuun amanamummaan tajaajila kennaa jiruun cinaatti hojiilee tola ooltummaa irrattii hirmaachuun itti gaafatamummaa irraa eegamu bahaa jira. Bu'uuruma…

Continue ReadingDuudhaa Jaalalaafi walgargaarsaa keenyaa kaleessaa cimsuun yeroo rakkinaatti wal bira dhaabbachuu murteessaa tahuu Hoji Raawwachiisaa Olaanaan AMN Obbo Kaasaahun Gonfaa ibsaniiru.

Miira Riyaal Maadriidii fi Turtii Kaarloo Anchoolootii

AMN PLUS – Ebla 09/2017 Tapha nuusa xumuraa shaampiyoonsi liigii Awurooppaan Riyaal Maadriid dirreessaa Santiyaagoo Bernaaboo irratti Arsenaaliin injifatamee morkichaan ala ta’uu hordofee dhimmi leenjisaa kilabichaa ajandaa miidiyaalee addunyaa ta’eera.…

Continue ReadingMiira Riyaal Maadriidii fi Turtii Kaarloo Anchoolootii

Gammachuun keenya Olaanaan gammachuu jiraattota keenyaa arguudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS - Ebala 09/2017 ‎Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Kutaa Magaalaa Booleetti Manneen harka qalleeyyiif ijaarame eebbisuun dabarsaniiru. ‎Kantiibaa Adaanech, gammachuun keenya olaanaan gammachuu jiraattota Magaalaatti argadhudha jedhan.…

Continue ReadingGammachuun keenya Olaanaan gammachuu jiraattota keenyaa arguudha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Morkii Liigii Awurooppaan Maachiister Yuunaayitid Walakkaa xumuraaf darbe.

AMN PLUS – Ebla 10/2017 Tapha eegamaa nuusa xumuraa liigii Awurooppaan dirreesaa olditiraafordi irratti kilaba Firaansi Olompik Liyoon waliin kan taphate Yuunaayitid falmii daqiiqaa 120 booda waliigalaan goolii 5 fi…

Continue ReadingMorkii Liigii Awurooppaan Maachiister Yuunaayitid Walakkaa xumuraaf darbe.

Guyyaan Iyyasuus Kiristoos itti fannifame biyyoota addunyaa gargaraatti sirnoota amantii addaa addaatiin yaadatamaa jira

AMN PLUS- Ebla 10/2017 Ayyoonota gurguddoo hordoftoonni amantii Kirsitaan waggaa waggaan haala addaa tiin yaadatanii, kabajanii oolan keessaa Ayyaanni Fannoo isa guddaadha. Hordoftoonni amantichaa guyyaa kana guyyaa Iyyasuus Kiristoos Fannoorratti…

Continue ReadingGuyyaan Iyyasuus Kiristoos itti fannifame biyyoota addunyaa gargaraatti sirnoota amantii addaa addaatiin yaadatamaa jira