Naannoo Oromiyaatti Qonna arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miliyoona 1.7 misoomuuf hojjetamaa jira- Biiroo Qonna Oromiyaa
AMN PLUS- Bitootessa 4/2017 Naannoo Oromiyaatti Qonna arfaasaa bara kanaan lafa heektaara miliyoona 1.7 misoomuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroo Qonna Oromiyaa beeksiseera. Biiroon Qonnaa Oromiyaaa qophii qonna Arfaasaa oomisha bara 2017,dhiyeessii…