Isteedeemiin Idil addunyaa Bahaar Daar bara kana ijaarsi isaa xumuramuun dorgommiiwwan keessummeessuu ni eegala Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN PLUS Gurraandhala 25,2017 Isteedeemiin Idil addunyaa Bahaar Daar bara kana ijaarsi isaa xumuramuun tajaajila kennuu kan eegalu ta’uu Ministeera Mummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ibsan. Isteedeemicha daawwachuu kan…

Continue ReadingIsteedeemiin Idil addunyaa Bahaar Daar bara kana ijaarsi isaa xumuramuun dorgommiiwwan keessummeessuu ni eegala Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Chaanaalii haaraan AMN PLUS irratti tamsaasa sagantaa Barnootaa televizhinii eegaluf qophaa’e.

AMNPLUS- Guraandhala 25/2017 Addis Midiiyaa Neetworkiin Biroo barnoota Magaalaa Finfinnee waliin ta'uun tamsaasa sagantaa barnoota gama chaanaalii AMN PLUS tiin eegaluuf qophiin xummuuruu Beeksise. Dhimma kana ilaalchisuun Hojigaggeessaa olaanaan AMN…

Continue ReadingAMN Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee waliin ta’uun Chaanaalii haaraan AMN PLUS irratti tamsaasa sagantaa Barnootaa televizhinii eegaluf qophaa’e.

Gidduhalli Aadaa Booranaa Yaaballoo Kubii Corraatti Ijaaramaa jiru ijaarsi isaa harka 86 irra gahe.

AMN PLUS_Guraandhala 25/2017 Giddugalli kun bajata birrii biliyoona walakkaan kan ijaaru yoo ta'u birrii gurgutaa kitaaba ida'amuu irraa argamuun ijaaramaa jira jeedhan Bulchaan Godina Booranaa Obbo Abdusalam Waariyoo. Giddugalli kun…

Continue ReadingGidduhalli Aadaa Booranaa Yaaballoo Kubii Corraatti Ijaaramaa jiru ijaarsi isaa harka 86 irra gahe.

Morkii moo’anii darbuu Shaamyoonsiliigii Awurooppaa darbii Maadirid walitti fide galgala kana hawwiin eegama

AMN PLUS_Guraandhala 25_2017 Morkii moo'anii darbuu waancaa Shaampiyoonsi liigii Awuroopoaa har'a galgala irraa eegala.Morkii 8 keessa galuuf taasifamu kuni kilaboota Magaalaa tokkoo Riyaal Maadiridii fi Atileetikoo Maadirid kan walitti fide…

Continue ReadingMorkii moo’anii darbuu Shaamyoonsiliigii Awurooppaa darbii Maadirid walitti fide galgala kana hawwiin eegama

Seenessa Walootu Biyya Waloo ijaara- Gargaaraan Pirofeesaraa Taaddasaa Jaalataa

AMN PLUS- Guraandhala 24/2017 Seenessi Waloo Biyya Waloo ni ijaara jechuun Gargaaraan Pirofeesaraa Taaddasaa Jaalataa dubbataniiru. Gargaaraan Pirofeesaraa Taaddasaa Jaalataa Tibbana "seenessa waloo" irratti kan xiyyeeffate Gumii Balal marsaa 41ffaa…

Continue ReadingSeenessa Walootu Biyya Waloo ijaara- Gargaaraan Pirofeesaraa Taaddasaa Jaalataa

Hoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan

AMN PLUS Guraandhala 24/2017 Hoggantoonni fi Miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa fi bakka bu’ooni waldaalee hawaasaa garagaraa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwataniiru. Giddugalichi sadarkaa isaa eegee kan hojjetame ta’uun…

Continue ReadingHoggantoonni fi miseensonni Mana Maree waloo Paartilee Siyaasaa Giddugala Konveenshinii Idil-addunyaa Addis daawwatan

Osoon taphataa ta’ee Yuunaayitidiif hin mallatteessu_Ruunii

AMN PLUS_Guraandhala 24_2017 Taphataan Maanchistar Yuunaayitid duraanii Ruuniin tapha FA Cup Maanchistar Yuunaayitid Fuulahaamiin injifatame booda yaada yoo kennu Maanchistariif mallatteessuun amma kufaatidha jedhe. Shaampiyoonaan marsaa 20 Pirimeerliigii Ingilaandii fi…

Continue ReadingOsoon taphataa ta’ee Yuunaayitidiif hin mallatteessu_Ruunii

Imbasonni biyyoota garaagaraa baga geessanii Yaadannoo Injifannoo Adwaa dabarsan

AMN PLUS- Guraandhala 23/2017 Imbaasonni biyyoota garaagaraa teessoo isaani Itoophiyaa ta’e yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa ergaa baga geessanii dabarasiiru. Itoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa, guyyaan kun Itoophiyaan bara ALA bara 1896 lola…

Continue ReadingImbasonni biyyoota garaagaraa baga geessanii Yaadannoo Injifannoo Adwaa dabarsan

Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Guraandhala 23/2017 Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hincinne kan uumuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. Giddugalli kun bakka Muummichi…

Continue ReadingGiddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Injifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 23/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee baga geessanii kabaja guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa dabarsaniiru. Aadde Adaanech fuula marsaa hawaasaa isaanitiin ergaa dabarsaniin, injifannoon Adwaa…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee