Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Bara 2022tti Finfinnee fakkeenya badhaadhina Afrikaa taate uumuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Hojigaggeessaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee beeksise. Waajjirichi bu'aa qorannoo too'annoofi dhabamsiisa balfaafi furmaata waaraa jechuun…

Continue ReadingBara 2022tti Finfinnee fakkeenya Badhaadhina Afriikaa taasisuuf hojjetamaa jira

Fiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Fiilmiin Afaan Oromoo “Abbaa Malkaa” jedhamu Dilbata dhufu Galma Tiyaatira Biyyaalessaatti eebbifama jedhame. Barreessaafi Qopheessaan Fiilmichaa Leencoo Fiqiruun eebba fiilmichaa ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniin, qabiyyeen…

Continue ReadingFiilmiin “Abbaa Malkaa” Dilbata dhufu eebbifama

Finfinneetti konkolaattota laakkoofsa gabatee bakka ifaa hin taanetti maxxansan irratti tarkaanfiin fudhatamuufi

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Magaalaa Finfinneetti konkolaattota lakkoofsa gabatee hinmul’anne maxxanfatan irratti tarkaanfiin seeraa akka fudhatamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise. Magaalattiitti lakkoofsi gabaatee konkolaattotaa hinmul’anne balaa tiraafikaa fi yakkaaf…

Continue ReadingFinfinneetti konkolaattota laakkoofsa gabatee bakka ifaa hin taanetti maxxansan irratti tarkaanfiin fudhatamuufi

Yaa’ii yaadama ‘Waadaa hanga Aadaatti’ jedhuun kallattiin kaa’ame hundi hojiirra ooluu qabu- Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyootti Kallattii Yaa'ii Idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaan kaa'ame xiyyeeffannoodhaan hojiirra oolchuun akkaata danda'amu irratti mari'atame. Maricha irratti Hooggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii…

Continue ReadingYaa’ii yaadama ‘Waadaa hanga Aadaatti’ jedhuun kallattiin kaa’ame hundi hojiirra ooluu qabu- Aadde Liidiyaa Girmaa

Paartiin Badhaadhinaa hojiilee jireenya lammiilee fooyyessaniifi biyya ceesisan hedduu hojjechaa jira- Obbo Alamaayyoo Ijjiguu

AMN PLUS, Guraandhala 13, 2017 Murtoowaniifi kalatiiwwan Paartii Badhaadhinaa ilaalchisuun mariin hawwaasaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti gageefamaa jira. Waltajicha irratti argamuun ergaa kan dabarsan Hogganaan damee Siyaasaafi Ijaarsa dandeettii Waajjira…

Continue ReadingPaartiin Badhaadhinaa hojiilee jireenya lammiilee fooyyessaniifi biyya ceesisan hedduu hojjechaa jira- Obbo Alamaayyoo Ijjiguu

Hojii misooma kooridarii Magala Finfinnetti gaggeefameen lamilee kuma 70 ol ta’an carraa hojii aragatan- Obbo Xiraatuu Bayyanaa

AMN PLUS- Guraandhala 12/2017 Bara bajata walakaa kana hojii misooma kooridarii Magaalaa Finfinneetti marsaa 1ffaa fi lammaffaan gaggeeffameen lamilee kuma 70 ol ta’an carraa hojii argachuu isaanii sadarkaa Itti Aanaa…

Continue ReadingHojii misooma kooridarii Magala Finfinnetti gaggeefameen lamilee kuma 70 ol ta’an carraa hojii aragatan- Obbo Xiraatuu Bayyanaa

Obbo Aganyahu Tashaagar mana maree Federeeshinii Raashiyaarraa Badhaasa Niishaanii badhaafaman

AMN PLUS, Guraandhala 12, 2017 Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar gahee guddina dimookiraasii paarlaamentawaaf gumaachaniif Mana Maree Federeeshinii Raashiyaarraa badhaasa kabajaa Niishaanii badhaafamaniiru. Badhaasicha kan kennan Af-yaa’iin…

Continue ReadingObbo Aganyahu Tashaagar mana maree Federeeshinii Raashiyaarraa Badhaasa Niishaanii badhaafaman

Obbo Aganyehu Tashaagar Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan

AMN PLUS, Guraandhala 12, 2017 Af yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyehu Tashaagar jila Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa Vaalantiinaa Maativiiyeenkooniin durfamu waliin mari’ataniiru. Itoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo aadaa fi…

Continue ReadingObbo Aganyehu Tashaagar Af-yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Raashiyaa waliin mari’atan

Ji’otan 6’an darbe riiformii dhaabbilee mootumma irratti taasifameen bu’an argameera- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 12/2107 Ji’otan 6’an darbe riiformii dhaabbilee mootumma irratti taasifameen bu’an argamuu Kantiibaan Bulchiinsa Magalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abaeebee dubbatan. Manni Maree Bulchiinsa Magalaa Finfinnee raawwii hojii bara…

Continue ReadingJi’otan 6’an darbe riiformii dhaabbilee mootumma irratti taasifameen bu’an argameera- Kantiibaa Adaanach Abeebee