Meeshaaleen sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 900 ol gara biyyaa akka hinseenne dhorkame

AMN PLUS- Amajji 20/2017 Baatiiwwan jahan darban meeshaalee alaa galan irratti to'annoo gaggeeffaameen kanneen ulaagaa qulqullinaa kaa'ame hinguunne meetirik tooniin 932 akka hingalle dhorkamuun Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…

Continue ReadingMeeshaaleen sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 900 ol gara biyyaa akka hinseenne dhorkame

Itiyoo-Injinariing konkolaattoota elektirikaa oomishuuf karoorfateera- Ambaasaaddar Suleeyman Daddafoo

AMN PLUS- Amajjii 20/2017 Dhaabbatni Itiyoo-Injinariingi Giruup bara dhufuu eegalee konkolaattoota elektirikaa Itoophiyaa keessatti oomishuuf karoorfachuu Hojii raawwachiisaa olaanaan dhaabbatichaa Ambaasaaddar Suleeyimaan Daddafoon ibsan. Dhaabbatichi konkolaattoota humna elektirikaan socho’an biyya…

Continue ReadingItiyoo-Injinariing konkolaattoota elektirikaa oomishuuf karoorfateera- Ambaasaaddar Suleeyman Daddafoo

Haleellaa Israa’el Kaaba Gaazaatti raawwatteen lammiileen 87 ajjeefaman

AMN Onkololeessa 10, 2017 Haleellaa Israa’el kaaba Gaazaa magaalaa Be'it Lahiyaa jedhamtu keessatti raawwatteen yoo xiqqaate namoota 87 ajjeeffamuu aanga’oonni himan. Halleellaa boombii Dilbata galgala raawwate booda namoonni hedduun kan…

Continue ReadingHaleellaa Israa’el Kaaba Gaazaatti raawwatteen lammiileen 87 ajjeefaman

Walgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF bor waaree booda Finfinneetti geggeeffamuu eegala

AMN Onkololeessa 10, 2017 Walgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu Konfedereeshinii Kubbaa Miillaa (CAF) bor waaree booda Finfinnee Hoteela Iskaayilaayititti geggeeffamuu eegala. Pirezidaantiin CAF Dr. Paatriis Motiseeppeen walgahicha ni dursu. Hoggantoota Kubbaa…

Continue ReadingWalgahiin Koree Hoji Raawwachiiftuu CAF bor waaree booda Finfinneetti geggeeffamuu eegala

Tola ooltummaa waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun danda’ameera

AMN Onkololeessa 10, 2017 Sadarkaa biyyaalessaatti Tajaajilaa tolaa Waqtii gannaan qabeenya Birrii biiliyoona 19.3 baraaruun danda'amuu ibsameera. Sagantaan cufiinsa Tajaajila Tola Ooltummaa Waqtii Gannaa bara 2016 mata duree Gaarummaa fi…

Continue ReadingTola ooltummaa waqtii gannaan Birrii biiliyoona 19 ol baraaruun danda’ameera

Itoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte

AMN Onkololeessa 10, 2017 Itoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte. Itoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.Daawiit Shalammaa…

Continue ReadingItoophiyaan Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte