Faaya Shamarranii Bara Haaraa – Shinooyye
AMN PLUS- Qaammee 5/2017 Shinooyyee/ Ingiccaa/ habaabilee/Allaaduu darbaan bakkaa bakkatti maqaa kanneenin haa waaman malee hunduu taphuma waqtii gannaa xumuruun bara haaraatti cehuun birraa simachuuf shamarraniin taphatamudha. Taphni kun ijoollee dubraatiin…