Abbaan Taayitichaa oofiisaroota itti gaafatamummaa seeraan itti kenname naamuusa oogummaan alaa bahatan irratti tarkaanfii fudhate

AMN PLUS- Hagayya 21/2017 Magaalaa Finfinneetti kabachiistota dambii naamuusa ogummaarra darbuun, namoota daandiirraa seeraan ala daldalan reebuun qabeenyaa isaanii bittinneessan irratti tarkaanfiin seeraa fudhatame. Hojjettoonni kabachiisa dambii kunneen Addabaabayii Xaafoorratti…

Continue ReadingAbbaan Taayitichaa oofiisaroota itti gaafatamummaa seeraan itti kenname naamuusa oogummaan alaa bahatan irratti tarkaanfii fudhate

Taphootni gulaallii Waancaa Karaabaa’oo marsaa 2ffaan har’a galgala ni adeemsifama.

AMN PLUS- Hagayya 21/2017 Kilaboota Piriimeer Liigii Inglaand afur kan hirmaachisu gulaallii waancaa Karaabaa'oo marsaa 2ffaan taphoota afur ni kessummessa. Maanchester Yuunaayitid gulaallii waancaa Karaabaa'ootiin Girimsiimbii Taawon waliin har'a galgala…

Continue ReadingTaphootni gulaallii Waancaa Karaabaa’oo marsaa 2ffaan har’a galgala ni adeemsifama.

Hidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS - Hagayya 21/2017 Dhaloonni dandeettii isaa fi irree cimaan quuqamamisoomaa bara dheeraa hidha haaromsaa guddichaan akka milkeesse Ministirri Bishaaniifi Inarjii Injiinar Habtaamuu Ittafaa(Dr.) ibsan. Pirojektiin guddichi anniisaa maddisiisu…

Continue ReadingHidhi Haaromsaa Quuqama Misoomaa Bara Dheeraa kan milkeessedha-Injiinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Hidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

AMN PLUS- Hagayya 21/2017 Milkaa’inni Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa agarsiiftuu tumsaa fi kutannoo akka ta’e miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa dubbataniiru. Hidhi Haaromsaa Guddichi Itoophiyaa dandeettii waa hojjechuu itti mul’atedhas jedhaniiru.…

Continue ReadingHidhaan Haaromsaa bu’aa tumsaa fi kutannooti – Miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa

Xaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

AMN PLUS – Hagayya 21/2017 Bara Oomishaa 2017/18’f xaa’oon UREA fi Daappii gara biyyaatti seene Kuntaala Miiliyoona 17 fi Kuma 500 qonnaan bultootaaf raabsamaa akka jiru Korporeeshiniin Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa…

Continue ReadingXaa’oon Kuntaala Miiliyoona 17.5 raabsamaa jira – Korporeeshinii Hojiiwwan Qonnaa Itoophiyaa

Milkaa’inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017 ‎Imala xiiqii ummatni Itoophiyaa xiqqa hanga guddaatti irratti hirmaataniin, Ijaarsi Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itoophiyaa milkaa'eera. ‎Hidhaa kana kennaa Bara Haaraa gochuun Itoophiyaanotaafi Afriikaanota badhaasuuf akkasumas addunyaaf…

Continue ReadingMilkaa’inni Hidhaa Haaroomsaa ilaalcha biyyoota alaa Itoophiyaaf qaban jijjiire- Hayyoota

Fernaandesh bara 2026 gara Liigii Sawuud Arabayaa imaluuf murteessuu gabaafame

AMN PLUS-Hagayya 21/2017 Taphataan sarara gidduu Maanchistar Yuunaayitid Buruunoo Fernaandesh bara 2026 Liigii Sawuud Arabiyaatti makamuuf qophii ta'uu himameera. Akka gabaasa 'Daily Mail'itti Fernadeesh turtii bara walmorkii kana booda kilaba…

Continue ReadingFernaandesh bara 2026 gara Liigii Sawuud Arabayaa imaluuf murteessuu gabaafame