Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuruuf appilikeeshiniin maallaqa walitti qabuuf gargaaru ifoome

AMN PLU- Ebila 3/2017 Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuramuuf appilikeeshiniin maallaqa walitti qabuuf gargaaru ifoomeera. Appilikeeshinichi kan ijaarame waliigaltee Tajaajila Daayaaspooraa Itoophiyaa fi dhaabbata ’Fast Payʼ ta’uun himameera. Appilikeeshinichi…

Continue ReadingIjaarsa Hidha Haaromsa Guddicha Itoophiyaa xumuruuf appilikeeshiniin maallaqa walitti qabuuf gargaaru ifoome

Tajaajilli Daayaaspooraa Itoophiyaa asxaa itti fayyadamaa ture jijjiiruusaa beeksise

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Tajaajilli Daayaaspooraa Itoophiyaa asxaa kanaan dura itti fayyadamaa ture ifatti hara’a jijjiiruusaa beeksiseera. Sirnicharratti hoggantoota dhaabbatichaafi mootummaa kanneen dabalate bakka bu’oonni miseensota daayaaspooraas argamaniiru. Asxaan haaraan…

Continue ReadingTajaajilli Daayaaspooraa Itoophiyaa asxaa itti fayyadamaa ture jijjiiruusaa beeksise

Diklyaan Raayis Taphataa Cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa ta’uun filatame

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Morkii tapha Nuusa Xumuraa Marsaa Jalqabaa Chaampiyoonsi Liigii Awurooppaa arsenal fi riyaal maadrid waliin taasiisan irratti Diklyaan Raayis goliiwwan lama Arseenaalif lakkofisisuun ni yaadatama. Haaluma Kanaan…

Continue ReadingDiklyaan Raayis Taphataa Cimaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa torbee kanaa ta’uun filatame

Ijaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee fi Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Alamuu Simee (Dr.) Giddugala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaaliittii daawwataniiru. Tarminaalli kun bal’ina lafa…

Continue ReadingIjaarsi Tarminaala Geejjibaa Qaxxaamuraa Biyyaa fi Giddugaleessaa Qaalittii yeroo dhiyoo keessatti xumuramee tajaajila kennuu eegala

Obbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

AMN PLUS- Ebila 3/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad(Dr.), guyyaa har'aa Eebla 03/2017 irraa eegalanii Obbo Geetaachoo Raddaa, Gorsaa Ministira Dhimmoota Afrikaa Bahaa gochuun muuduu isaanii odeeffannoon waajjira mMinisteera Muummee irraa…

Continue ReadingObbo Geetaachoo Raddaa Gorsaa Dhimma Afrikaa Bahaa ta’anii muudaman

Itiyoo telekoom tajaajila neetiworkii dhaloota shanaffaa (5G) Magaalota Roobee fi Asallaatti eegalchiise.

‎ ‎AMN PLUS- Ebila 02/08/2017 ‎ ‎ ‎Sagantaa eegalchisa tajaajile neetworkii dhaloota Shannaffaa (5G) Hojii Raawwachiftuun Olaantuun Itiyootelekoom Fireehiwoot Taammiruu hojiin babal'ina tajaajila neetworkii (5G) kun tajaajila interneetii saffisa olaanaa…

Continue ReadingItiyoo telekoom tajaajila neetiworkii dhaloota shanaffaa (5G) Magaalota Roobee fi Asallaatti eegalchiise.

‘Ciminni keessaa milkaa’ina dippiloomasiif humna guddaa dha’ – Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

AMN PLUS- Ebila 2/2107 Milkaa’ina dippiloomasiif cimina biyya keessa irratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaa akka ta’e Minisitir Deetaan Tajaajila kominikeeshinii Mootummaa Obbo Tasfaahun Gobozaayi ibsaniiru. Mata dure, "Quunnamtii kaayyoo irratti xiyyeeffate…

Continue Reading‘Ciminni keessaa milkaa’ina dippiloomasiif humna guddaa dha’ – Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa

Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoome

AMN PLUS- Eebla 2/2017 Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoomeera Deeggarsicha Pirezidaanti Mootummaa Naannichaa Aadde Alamituu Umoodi fi Af-yaa'ii Mana Maree Naannichaa Aadde Masarat…

Continue ReadingManni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee meeshaalee barnootaa adda addaa Naannoo Gaambeellaaf arjoome

Ergaa of eeggannoo itti fayyadamtoota Telegiraamaaf !

AMN - Eebla 02/2017 Ittifayyadamni Intarneetii guyyaa guyyaan dabalaa jiraachuu hordofee yaaddoon kanaa wajjin walqabatanii dhufanis akkuma kana babal’ataa jira. Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa tibbana teessoo (URLs) intarneetii hedduu qorachuun…

Continue ReadingErgaa of eeggannoo itti fayyadamtoota Telegiraamaaf !

Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii taa’een haalota biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera.

AMN PLUS- Ebla 01, 2017 Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii har'a Ebla 01, 2017 taa'een haalota nageenya biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera. Manni marichaa walgahii kana booda ibsa baaseera. Itoophiyaa baroottaniif…

Continue ReadingManni Maree Nageenya Biyyaalessaa walgahii taa’een haalota biyyaa, naannawaafi idil-addunyaa qorateera.