Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdu ijaaruun dhimma murteessaa ta’u hayyoonni himan.

‎AMN PLUS- Hagayya 9/2017 ‎Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdufi sab-daneetti ijaaruun dhimma murteessaa ta'u hayyoonni himan ‎Mariin Gumii Balal marsaan 44ffaan mata duree "Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa…

Continue ReadingDhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdu ijaaruun dhimma murteessaa ta’u hayyoonni himan.

Liivarpuul Waggoota 12 darbiif tapha baniinsa hin injifatamne.

Har'a hoo ? AMN PLUS-Hagayya 09/2017 Pirimeerliigiin Ingilaand maatiin ispoortii hawwiin eegan har'a eegala. Tapha baniinsaa kanaan shaampiyoonaan bara darbee Liivarpuul dirree isaa Anfiild Rooditti Boornimaawuz keessummeessa. Shaampiyoonaan waancaa Pirimeerliigii…

Continue ReadingLiivarpuul Waggoota 12 darbiif tapha baniinsa hin injifatamne.

Puutiin tattaaffii nagaa Tiraamp taasisaa jiran dinqisiifatan

AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Vilaadmiir Puutiin tattaaffii dippilomaasii Doonaald Tiraamp Yuukireen keessatti dhukaasa dhaabuuf taasisaa jiran dinqisiifataniiru. Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin boru Alaskaatti pirezidaantii Ameerikaa waliin marii qaban dura haasawa…

Continue ReadingPuutiin tattaaffii nagaa Tiraamp taasisaa jiran dinqisiifatan

Kilabni tapha baniinsaa Pirimeerliigii hedduu injifate kami?

AMN PLUS - Hagayya 08/2017 Piriimiyerliigii Ingilaand bara 2025/26 boru eegala. Kilaboonni Piriimiyerliigii Ingilaand jijjiirraa irratti gara paawundii biiliyoona 2 baasuun qophii isaanii xumuraniiru. Liigichi tapha morkii shaampiyoonaan bara darbee…

Continue ReadingKilabni tapha baniinsaa Pirimeerliigii hedduu injifate kami?

Filannoon ulamaa’otaa guutuu Itoophiyaatti guyyaa boruu eegala

‎AMN PLUS- Hagayya 08/2017 ‎Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Filannoo Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa hawaasni Musliimaa filannoo ulamaa Hagayya 9, 2017 irraa akka geggeessu hime. ‎Dura taa’aan Boordichaa Abdulaziiz Ibraahim…

Continue ReadingFilannoon ulamaa’otaa guutuu Itoophiyaatti guyyaa boruu eegala

Puutiin nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu – Keeyir Istaarmer.

‎AMN PLUS - Hagayya 8/2017 ‎Muummichi Ministiraa UK, Sir Keer Istaarmer Pireezidaantii Yuukireen waliin erga har'a ganama waliin haasa'anii booda, Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin, dhuguma nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu…

Continue ReadingPuutiin nagaa barbaaduu isaanii mirkaneessuu qabu – Keeyir Istaarmer.

Taphattoonni Cheelsii maatii Diyaagoo Jootaaf yuuroo miliyoona 15 ol gumaachuufi

‎AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Taphattootni ‎Cheelsii Waancaa Kilaboota Addunyaa injifachuu isaaniin boonasii argatan mara maatii Diyaagoo Jootaafi Andiree Silvaaf kennuuf murteessan. Abbaan qabeenyaa Chelsii Tood Bohile walii galaan boonasii yuuroo…

Continue ReadingTaphattoonni Cheelsii maatii Diyaagoo Jootaaf yuuroo miliyoona 15 ol gumaachuufi

Liivarpuul tapha Piriimiyerliigii jalqabaa Boornemaawuz waliin taasisu dursee jijjiirraa dabalata taasise

AMN PLUS- Hagayya 8/2017 Tapha Piriimiyerliigii jalqabaa Liivarpuul Boornmaawuz waliin taasisu dura taphataa sarara ittisaa Joovaanii Liyooniif Paawundii miiliyoona 26’n Paarmaa waliin walii galuu isaa Arne Slot mirkaneesaniiru. Liyooniin dhimmoota…

Continue ReadingLiivarpuul tapha Piriimiyerliigii jalqabaa Boornemaawuz waliin taasisu dursee jijjiirraa dabalata taasise

Daldaltoonni haaraa Kuma 99 ol hojii daldalaa eegalaniiru- Biiroo Daldalaa Finfinnee

‎AMN PLUS- Hagayya 8/2017 ‎Bara baajataa 2017tti daldaltoonni haaraan kuma 99 ol hojii daldalaa eegaluu Biiroon Daldalaa Finfinnee beeksise. ‎Hooggantuun Biiroo Daldalaa Magaalaa Finfinnee Aadde Habiibaa Siraaj lakkoofsi daldaltootaa sirna…

Continue ReadingDaldaltoonni haaraa Kuma 99 ol hojii daldalaa eegalaniiru- Biiroo Daldalaa Finfinnee