Imbasonni biyyoota garaagaraa baga geessanii Yaadannoo Injifannoo Adwaa dabarsan

AMN PLUS- Guraandhala 23/2017 Imbaasonni biyyoota garaagaraa teessoo isaani Itoophiyaa ta’e yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa ergaa baga geessanii dabarasiiru. Itoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa, guyyaan kun Itoophiyaan bara ALA bara 1896 lola…

Continue ReadingImbasonni biyyoota garaagaraa baga geessanii Yaadannoo Injifannoo Adwaa dabarsan

Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

AMN PLUS- Guraandhala 23/2017 Giddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hincinne kan uumuu akka ta’e Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee ibsaniiru. Giddugalli kun bakka Muummichi…

Continue ReadingGiddugalli Konvenshinii Idil-addunyaa Addis Magaalaa Finfinneef madda qabeenyaa adda hin cinne uumuu dha- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Injifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee

AMN PLUS Guraandhala 23/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee baga geessanii kabaja guyyaa yaadannoo injifannoo Adwaa 129ffaa dabarsaniiru. Aadde Adaanech fuula marsaa hawaasaa isaanitiin ergaa dabarsaniin, injifannoon Adwaa…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa seensa waloo dhaloota dhufuuti- Aadde Adaanech Abeebee

Marii Addunyaan hawwii guddaan eegaa turte waliigaltee malee xumurame

AMN PLUS Gurandhala 22/2017 Marii Pireezidantiin Yuukireen Volodimiir Zeleniiskii fi Pirezidaantii Amererikaa Doonal Tiramp addunyaan eegaa turte kan waliigaltee malee xumurameera. Tiraampi akkama masaraa 'White House' seeniin deggarsa Ameerikaan maallaqaa…

Continue ReadingMarii Addunyaan hawwii guddaan eegaa turte waliigaltee malee xumurame

Atileet Suutumee Assaffaa Maraatoonii Tookiyoo irratti tilmaama duraa argatte

AMN PLUS-Guraandhala 22- 2017 Maraatoonii Tookiyoo 18ffaa boru gaggeeffamu irratti atileetotni muuxannoo qaban kan lakkoofsan 169 ta’an biyyoota adda addaa irraa ni hirmatu. Dorgommii kana irratti Atileetota hirmaatan keessaa tokko…

Continue ReadingAtileet Suutumee Assaffaa Maraatoonii Tookiyoo irratti tilmaama duraa argatte

Mul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa dha – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

AMN PLUS- Guraandhala 20/2017 Mul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa akka ta’e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himaniiru. Muummichi Ministeeraa miidiyaa hawaasaa isaanii irratti simannaa ho'aa Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan…

Continue ReadingMul’ata waloo dhugoomsuuf tumsi naannoo hedduu barbaachisaa dha – MM Abiyyi Ahimad (Dr.)

Ityoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessan

AMN PLUS Guraandhala 20/2017 Ityoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessaniiru. Pireezidaantiin Mootummaa Federaalawaa Somaaliyaa Hasan Sheek Mahmuud Ministiraa Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)daawwannaa hojii Somaaliyaatti…

Continue ReadingItyoophiyaa fi Somaaliyaan tumsa waliin fayyadamuu cimsuuf kutannoo qaban irra deebiin mirkaneessan

Injifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

AMN PLUS- Guraandhala 20/2107 Injifannoon Adawaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, Itoophiyaanotni mo’icha waloo tokkummaan kan galmeessan ta’uu Minstirri Bishaaniif Inarjjii Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. Hidhi Haaromsaas seenaa guddaa dhaloota…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa fi Hidhi Guddicha Haaromsa Itoophiyaa, mo’icha waloo Itoophiyaanoni tokkummaan galmeessanidha- Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutii hundeessuuf mariin taasifamaa jira

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Itoophiyaan kan itti hirmaatte waltajjiin Ministirootaa Hundeeffama Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutiitti taa'amaa jira. Ministirri Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simee, Ministirri Bu'uuraalee Misoomaa…

Continue ReadingAbbaa Taayitaa Bulchiinsa Koriidarii Itiyoo Jibuutii hundeessuuf mariin taasifamaa jira

Fedhii gabaa fi dhiyeessi humna namaa damee tuurizimii irratti mariin gaggeeffame

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat kaamiili fi Ministirri Ministeera Tuurizimii Aadde Saalaamawit kaasaan haalota dhaabbileen lameen tumsan hojjechuu danda’anirratti mari’ataniiru. Fedhii gabaa fi…

Continue ReadingFedhii gabaa fi dhiyeessi humna namaa damee tuurizimii irratti mariin gaggeeffame