Balaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

AMN PLUS Guraandhala 19/2017 Balaan abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoo Aanaa 2 Naannoo Kaarraa Qoree bakka 'Biqilaa Mannaafashaa' jedhamuun beekamutti mudatee ture to'annoo jala ooluu isaa Komishiniin Hoggansa Abidaa fi…

Continue ReadingBalaa abiddaa kutaa Magaalaa Kolfee Qaraaniyoot mudatee ture to’annoo jala oole

Burtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Taphattoota garee biyyaalessa dubartoota Itoophiyaa Burtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame. Taphattoonni kunneen dhiheenya garee kubbaa miilaa biyyattiitti nagaa dhaammatanii turuun isaanii ni…

Continue ReadingBurtukaan Gabrakiristoosii fi Rahiimaa Zargaaf sirni gaggeessaa taasifame

Mohaammad Saalaan bara kana Saawuzaambitaniifi Ipsiwuch Taawoniin ol goolii lakkoofsiseera

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Goolii Mohaammad Saalaan baatii Guraandhalaa kana keessa Liivarpuuliif lakkoofsise kan Cheelsii fi Maanchistar Yuunayitid taphoota 4 irratti lakkoofsisanis ni caala. Saalaan hirmaannaa gareen isaa gara…

Continue ReadingMohaammad Saalaan bara kana Saawuzaambitaniifi Ipsiwuch Taawoniin ol goolii lakkoofsiseera

Luusiiwwan tapha deebii isaanii har’a Yugaandaa waliin taasisu

AMN PLUS, Guraandhala 19, 2017 Gareen Biyyalessaa dubartoota Itoophiyaa tapha deebii gulaallii Waancaa Afriikaa har'a Istadiyemii Abbabaa Biqilaatti geggeessa. Torban darbe gara Kaampaalaa imaluun Yugaandaan goolii 2-0'n injifatamee kan deebi'e…

Continue ReadingLuusiiwwan tapha deebii isaanii har’a Yugaandaa waliin taasisu

Darbiin Turkiyee Poolisoonni kuma 30 itti bobbaafaman galchii malee xumurame

AMN PLUS, Guraandhala 18, 2017 Darbii eegamaan Liigii Turkiyee eda galgala Galatasaaraayiin Fiinarbaachee keessummeesse galchii malee xumurame. Darbii eegamaan atakaaroon guutame kuni karaa nagaan akka gaggeeffamuuf dursee qaamolee nageenyaa kuma…

Continue ReadingDarbiin Turkiyee Poolisoonni kuma 30 itti bobbaafaman galchii malee xumurame

Piriimeerliigii Ingilaandiin har’a galgala taphoonni afur ni taasifamu

AMN PLUS, Guraandhala 18, 2017 Torbee 27ffaa Piriimeerliiigii Ingilaandiin har'a taphoonni afur ni gaggeeffama. Halkan sa'aatii 4:30 irraa kaasee Biraayitan Boornimaawuz waliin, Kiristaal Paalaas Astonviilaa faana, Wolvis Fuulahaam faana morkata.…

Continue ReadingPiriimeerliigii Ingilaandiin har’a galgala taphoonni afur ni taasifamu

Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa guyyaa boruu caalbaasii sharafa alaa addaa akka gaggeessu beeksise

AMN PLUS- Guraandhala 17/2017 Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa guyyaa boruu caalbaasii sharafa alaa addaa akka gaggeessu beeksiseera. Maallaqni biyya alaa caalbaasii irratti dhiyaatu Doolaara Ameerikaa miiliyoona 60 akka ta’e ibsuun, caalbaasichi…

Continue ReadingBaankiin Biyyaalessa Itoophiyaa guyyaa boruu caalbaasii sharafa alaa addaa akka gaggeessu beeksise

Kutaa Magaalaa Gulalleetti ijoollee 3 bool’aa bishaan kuufate keessa daakuuf yaalan lubbuun isaanii darbe

AMN PLUS- Guraandhala 17/2017 Kutaa Magaalaa Gulalleetti Aanaa 5 Mooraa Giddugala Biqiltuu Gulalleetti ijoolleen bool’aa bishaan kuufate keessa bishaan daakuuf seenan lubbuun isaanii darbeera. Ijoolleen kunniin kaleessa ganama sa’atii keessa…

Continue ReadingKutaa Magaalaa Gulalleetti ijoollee 3 bool’aa bishaan kuufate keessa daakuuf yaalan lubbuun isaanii darbe

Kilabni Ispeen Siiviyaan Atileetota Itoophiyaaf beekamtii kennuufi

AMN PLUS, Guraandhala 17, 2017 Tapha Laaligaa Ispeen torbee 25ffaa dirree isaa irratti Maayoorkaa kan keessummeessu Siiviyaan taphni jalqabuun dura injifannoo atileetonni Itoophiyaa Maaratoonii Siiviyaa kan bara 2025 irratti galmeessaniif…

Continue ReadingKilabni Ispeen Siiviyaan Atileetota Itoophiyaaf beekamtii kennuufi

Injifannoon Adwaa injifannoo Afrikaanoota hundaati – Raayyaa Ittisaa

AMN PLUS, Guraandhala 17, 2017 Guyyaan Injifannoo Adwaa 129ffaan mata duree ‘Adwaa injifannoo Ummattoota Gurraachaa’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Raayyaan Ittisa Biyyaa beeksiseera. Guyyaa injifannoo Adwaa yeroo 129ffaaf kabajamu ilaalchisee…

Continue ReadingInjifannoon Adwaa injifannoo Afrikaanoota hundaati – Raayyaa Ittisaa