Hanqina raawwiitu keessa ture malee, bu’uurri federaaliizimii rakkoo hin qabu- Aadde Nagaasee Baayisaa
AMN PLUS - Sadaasa 16/2018 Uummanni Itoophiyaa cunqursaa afaan, aadaafi seenaa irra jiru qolachuuf qabsoo adda addaa taasisaa akka ture Miseensa Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa kan ta'an Aadde Nagaasee…