Artistiin beekamaan Inqusillaasee Warqi’aganyehu du’aan addunyaa kanarraa boqote

AMN- Amajjii 11/2017 Artistiin beekamaan Inqusillaasee Warqi'aganyehu du'aan addunyaa kanarraa boqochuu isaanii odeeffannoon Raas Tiyaatira irraa argame ni mul'isa. Artistiin gameessii kun dhukkubsate wal'aansi isaaf yeroo taasifamaa turetti du'aan addunyaa…

Continue ReadingArtistiin beekamaan Inqusillaasee Warqi’aganyehu du’aan addunyaa kanarraa boqote

Ayyaanni Cuuphaa tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha Olaanaa qaba – hirmaattota Ayyaanichaa

AMN PLUS - Amajjii 10/2017 Ayyaanni Cuuphaa hawwata tuuriziimii biyya keenyaa ta'uu irra darbee tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha ol-aanaa kan qabu hirmaattonni Ayyaanichaa AMNiif yaada kennan dubbatan. Ayyaanni Kataraa…

Continue ReadingAyyaanni Cuuphaa tokkummaa uummattootaa cimsuu keessatti gumaacha Olaanaa qaba – hirmaattota Ayyaanichaa

Dhaloonni Har’aa Itoophiyaa Nagaa fi Tokkummaan Jiraattu Uumuu Qabu – Malaaka Hiwot Qomoos Aabbaa Waldayyesuus Seefuu

AMN - Amajjii 10/2017 Dhaloonni har’aa Itoophiyaa nagaa fi tokkummaan jiraattu uumuu qabu jedhan, Mana Amantaa Ortodooksii Tawaahidoo Itoophiyaatti Hoogganaan Kutaa Pirojektii Waliigalaa, Malaaka Hiwot Qomoos Aabbaa Waldayyesuus Seefuu. Wayita…

Continue ReadingDhaloonni Har’aa Itoophiyaa Nagaa fi Tokkummaan Jiraattu Uumuu Qabu – Malaaka Hiwot Qomoos Aabbaa Waldayyesuus Seefuu