Hawaasni yeroo ayyaanaa qalma karaa seeraan alaa taasifamurraa ofeeggachuu qaba jedhame.

AMN- Muddee 25,2017 Hawaasni qalma karaa seeraan alaa taasifamurraa ofeeggachuu akka qabu Dhaabbanni Qeeraa Magaalaa Finfinnee hubachiiseera. Dhaabbatichatti itti gaafatamaan qunnamtii Hawaasaa Obbo Ataakilti G/ Mikaa'el ibsa Miidiyaaleef kennaniin, kana…

Continue ReadingHawaasni yeroo ayyaanaa qalma karaa seeraan alaa taasifamurraa ofeeggachuu qaba jedhame.

Naannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jira- Obbo Shimalis Abdiisaa

AMN- Muddee 25,2017 Naannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jiraachuusaa Pireezidaantiin Mootummaa Nannoo Oromiyaa Obbo Shimalis Abdiisaa himaniiru. Bara 2011 facaasaa…

Continue ReadingNaannoo Oromiyaatti bara bajaata kanatti lafa heektaara mil. 4 irratti qamadii bonee misoomsuuf karoorfamee hojjatamaa jira- Obbo Shimalis Abdiisaa

Itoophiyaan, Biraaziil bara 2025tti Pirezidaantummaa garee BRICS+ dabaree fudhachuusheen ergaa baga gammaddee dabarsite

AMN- Muddee 25,2017 Itoophiyaan, Biraaziil pirezidaantummaa 'BRICS' bara 2025 fudhachuu isheetiif ergaa baga gammaddee ergiteetti. Biraaziil bara pirezidaantummaa 'BRICS' isheetti mul’ata bulchiinsi idil-addunyaa haqa qabeessa, hunda hammataa fi bu’a qabeessa…

Continue ReadingItoophiyaan, Biraaziil bara 2025tti Pirezidaantummaa garee BRICS+ dabaree fudhachuusheen ergaa baga gammaddee dabarsite

Jilli Itoophiyaa Injiinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaa daawwateera

AMN PLUS- Mudde 25/2017 Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimud waliin marii milkaa'ina qabu kan taasise jilli kun ergaa Ministira Muummee Dr Abiyyi Ahimad irraa ergames Pirezidaantii Somaaliyaaf kenneera. Biyyoonni lamaan…

Continue ReadingJilli Itoophiyaa Injiinar Ayishaa Mahaammadiin durfamu Somaaliyaa daawwateera

Sirni to’annoo tiraafikaa fi bulchiinsa dhaabbii konkolaattotaa Magaalaa Finfinnee maanuwaalii irraa gara dijiitaalaatti ce’e

AMN - Muddee 24/2017 Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee sirna to'annoo tiraafikaa fi bulchiinsa dhaabbii konkolaattotaa magaalichaa maanuwaalii irraa gara dijiitaalaatti ol-guddisuu isaa har'a beeksiseera. Abbaan Taayitaatichaa sochii tiraafika…

Continue ReadingSirni to’annoo tiraafikaa fi bulchiinsa dhaabbii konkolaattotaa Magaalaa Finfinnee maanuwaalii irraa gara dijiitaalaatti ce’e

Addis Miidiyaa Neetwork poortaala Bulchiinsa Nageenya Odeeffannootiin ijaarame hojii jalqabsiise

AMN PLUS - Muddee 24, 2017 Addis Miidiyaa Neetwork (AMN) mandhee weebsaayiti (poortaala) Bulchiinsa Nageenya Odeeffannootiin ijaarame ifatti hojii jalqabsiise. AMN taateewwan gurguddoo addunyaa guutuutti raawwatamaniif odeeffannoo adda addaa sassaabuun…

Continue ReadingAddis Miidiyaa Neetwork poortaala Bulchiinsa Nageenya Odeeffannootiin ijaarame hojii jalqabsiise

Daandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate

AMN PLUS- Mudde 24/2017 Daandiin Qilleensa Itoophiyaa barii bara haaraa 2025tti Xiyyaara Air Bus A350 -1000 3ffaa fudhachuu beeksiiseera. Daandiin qilleensichaa Xiyyaaroota mijatoo fi ammayyaa hojiirra oolchuun maamiltootaaf tajaajila si’aataa…

Continue ReadingDaandiin Qilleensa Itiyoophiyaa Xiyyaara Eer Baasii A350 -1000 3ffaa fudhate

Taateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan

Barri 2024 seenawwan gurguddoo kan hin irraanfatame hanbisee darbuufi. Kanneen keessaa muraasa isaanii haa ilaallu:- Akka biyyaatti • Gaaffiin Itoophiyaan miseensa 'BRICS' taa’uuf kaaste bara 2023 yoo ta’u miseensummaa guutuu…

Continue ReadingTaateewwan gurguddoo bara ALA 2024 darbe akka biyya keenyaatti akkasumas akka addunyaatti mudatan

Ibsa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa kenname

AMN Mudde 22/ 2017 Koreen Imaammata Maallaqaa Walga’ii jalqabaa gaggeessuu Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Korichi haala diinagdee gooroo biyyattitti dhiyeenya mudate irratti mari’achuu kan beeksise Baankiin Biyyaalessaa dhimmoota akka qaala’iinsa…

Continue ReadingIbsa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa irraa kenname

Dargaggoo ogummaa barate hojiitti hiikaa jiru-Arkiteekti Malkaamuu Birhaanuu

Arkiteekti Malkaamuu Birhaanuu Abdataa jiraataa magaalaa Naqamteeti. Bara 2008 muummee barnootaa Arkiteekchariin Yuunivarsiitii Wallaggaarraa eebbifame. Arkiteekti Malkaamuun eebbifame akkuma nama kamii yeroo gabaabaaf hojii barbaadu AMN sagalee Dhalootaatti himeera. Haata'uuti…

Continue ReadingDargaggoo ogummaa barate hojiitti hiikaa jiru-Arkiteekti Malkaamuu Birhaanuu