Jijjiirraan Bara Haaraa Ummata Halaabaa ‘Seeraa’n boruu kaasee sirnoota gara garaan kabajama
AMN PLUS - Amajjii 1/2018 Ayyaanni jijjiirraa Bara Haaraa Ummata Halaabaa "Seeraa"n guyyaa boruu kaasee bifa hoo'aan sirnoota gara garaan dabaalamee Magaalaa Halaabaa Qullittootti kabajama. Haal Duree Qophii Sirna Kabaja…