Goobeen sirna calaqqee aadaa bara haaraa simachuuf dargaggootaan kan taphatamuudha.
AMN PLUS-Qaammee 3/2017 Xumura waqtii gannaatii eegaluun waqtii birraa jaalalaafi gammachuun simachuuf dargaggoonni Goobee sirna aadaa calaqqisiisuun manaa manatti deemuun naanna’anii qe'ee gabbisuun, qe’ee warra bira dhaqanii keessa asiifi achi…