Biqiltuu dhaabuun agarsiiftuu abdii boriiti; kunuunsuun ammoo abdii sana lafa qabsiisuudha-Injinar Wandimmuu Seettaa

AMN PLUS - Guraandhala 06/18 Bilqiltuu dhaabuun hojii duraa yoo tahu kan dhaabame kunuunsuun latee akka dhalootaaf darbu taasisuun shoora bakka bu'iinsa hinqabne bahachuu tahuu Sadarkaa Kantiibaa Itti Aanaatti Hoji…

Continue ReadingBiqiltuu dhaabuun agarsiiftuu abdii boriiti; kunuunsuun ammoo abdii sana lafa qabsiisuudha-Injinar Wandimmuu Seettaa

Qabiyyee jiidhiinsa lafaa eeguuf Misooma Qarqara lagaa, Ashaaraa Magariisaafi Misoomni Sululaa, fala waaraa ta’uu himame

‎AMN PLUS - Amajjii 25/2018 Guyyaan Lafa Jiidhaa Addunyaa (World Wetland Day) akka Itoophiyaatti Qiindeessummaa Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Federaalaatin kabajamaa jira. ‎Kaayyoo ijoon guyyaan kuni kabajamuuf faayidaa lafti bishaan…

Continue ReadingQabiyyee jiidhiinsa lafaa eeguuf Misooma Qarqara lagaa, Ashaaraa Magariisaafi Misoomni Sululaa, fala waaraa ta’uu himame

‎Dhaabuufi kunuunsuun aadaa AMN ta’eera- Obbo Kaasaahun Gonfaa

‎AMN PLUS- Mudde 18/2018 ‎Hojjattoonnifi hooggantoonni Addis Miidiyaa Neetwoork biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baatii Adoolessaa Bara 2017 Kutaa Magaalaa Gullalleetti dhaabanii turan kunuunsan. ‎Hoji Raawwachiisaan Olaanaa Addis Miidiyaa Neetwork, Obbo Kaasaahun…

Continue Reading‎Dhaabuufi kunuunsuun aadaa AMN ta’eera- Obbo Kaasaahun Gonfaa

Biqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan

AMN PLUS - Mudde 13/2018 Biqiltuun Ilmoodha – Waloon Baanee Haa Kunuunsinu jedhan Pireezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyaatera. Inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa…

Continue ReadingBiqiltuun Ilmoodha, Waloon Baanee Haa Kunuunsinu – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan

Sagantaan “Muka Tokko, Haadhakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

‎AMN PLUS Mudde 8/2018 ‎Itoophiyaa fi Indiyaan misooma magariisaa fi haala qilleensaa addunyaaf dhaabbachuuf waliigalan ‎Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa fi Indiyaatti sagantaan “Muka Tokko Haadhaa…

Continue ReadingSagantaan “Muka Tokko, Haadhakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

Sagantaan “Muka Tokko, Haadhaakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

‎AMN PLUS Mudde 8/2018 ‎Itoophiyaa fi Indiyaan misooma magariisaa fi haala qilleensaa addunyaaf dhaabbachuuf waliigalan ‎Ministirri Muummee Indiyaa Naareendiraa Moodiin inisheetiiviin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa fi Indiyaatti sagantaan “Muka Tokko Haadhaa…

Continue ReadingSagantaan “Muka Tokko, Haadhaakoof” Indiyaa fi Inishiyeetiiviin “Ashaaraa Magariisaa” Itooophiyaa, addunyaaf fakkeenya ta’u

Jalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

AMN Plus - Onkoloolessa 17/2018 Ruwaandaan tibba gannaa bara 2024-2025tti biqiltuu miiliyoona 65 dhaabuuf duula jalqabsiiste. Duulli kun mata duree "Biqiltuu Dhaabaa, Kunuunsaa Guddisaa, Dachee Baraaraa" jedhuun eegalame. Inisheetiiviin kun…

Continue ReadingJalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

Muuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

AMN PLUS - Fulbaana 30/2018 Keeniyaan haga bara 2032tti biqiltuu biiliyoona 15 dhaabuuf sosochii biyyaalessaa eegaluu Pirezidaantiin biyyattii Wiiliyaam Ruutoon himan. Galma qabame kana milkeessuuf mootummaan guutummaa biyyattiitti biqiltuu akka…

Continue ReadingMuuxannoon Ashaara Magariisaa Itoophiyaa biyyoota ollaa kakaasaa jira

Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gargaara- Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)

‎AMN PLUS- Hagayya 29/2017 ‎Sagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gumaacha olaanaa akka qabu Ministirri Bishaanii fi Inarjii Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.) ibsaniiru. ‎Sagantaan…

Continue ReadingSagantaan ashaaraa magariisaa qabeenya bishaan lafa jalaa fi bishaan dachee gubbaa dabaluuf gargaara- Injinar Habtaamuu Ittafaa (Dr.)