Manni barumsaa sadarkaa lammaffaa Godina Jimmaa magaalaa Bashaashaatti Giiftii Dureen ijaarame eebbifame
AMN PLUS- Adoolessa- 23/2017 Piroojektoota gurguddoo Waajjira Giiftii Dureen ijaaramaa jiran keessa barnoota qulqulluu lammii hundaaf dhaqabsisuu irratti kan xiyyeffate yoo ta'u, waggoottan dabran shanan waluumaa galatti manneen barumsaa sadarkaa…