Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira – Pirezidaanti Shimallis
AMN PLUS- Fulbaana 6/2018 Dhaloota saayinsiifi teknooloojiin dorgomaa ta’e uumuuf bu’uurri cimaan kaa’amaa jira jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Mootummaan Naannoo Oromiyaa galmoota gurguddoo qabatee milkeessuuf hojjachaa…