Kolleejjiin Teeknooliink barattoota kuma 1f 535 eebbisiise
AMN PLUS - Hagayya 18/2017 Kolleejiin Teeknooliink barattoota kuma 1fi 535 marsaa 13ffaaf ogummaawwan garagaraatiin barsiisaa ture guyyaa har'aa Mooraa Yuunivarsiitii Finfinneetti eebbisiiseera. Sagantaa eebbaa kanarratti ergaa kan dabarsan Pirezidaantiin…