Herregni Baankii namoota 123 uggurame
AMN PLUS- Fulbaana 9/2018 Lakkoofsi herrega Baankii namoota seeraan ala sharafa alaa irratti hirmaachuun shakkamanii 123 ugguramuu Tajaajilli Nageenya Faayinaansii beeksise. Sosochiin maallaqaa shakkamtoota kanneenii dhorkamuunsaa itti gaafatamummaa seeraa mirkaneessuf…