Ayyaana Irreechaa haala ho’aa ta’een kabajuuf qophiin taasifame
AMN Plus- Fulbaana 21/2018 Dhaabbileen Nageenyaafi Tasgabbii Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Harsadee milkaa’inaan akka kabajamaniif qophiin xumurameera jedhan. Raayyaan Ittisa Biyyaa, Poolisiin Federaalaa, Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Poolisiin Magaalaa…