Wiirtuun Tajaajila Iddoo Tokkoo Rakkoo Bulchiinsa Gaariifi Al-seerummaa hambisa
AMN PLUS- Qaammee 5/2017 Hawaasni tajaajila Mootummaa qulqulluu, si’ataafi qaqqabamaa ta’e akka argatu Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannaa olaanaa kennee hojjetaa jiraachuu Biiroon Komunikeeshinii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksieera. Guyyaa har’aa wiirtuun…