Magaalaa Finfiinnetti abbootii qabeenyaa darbii gamoo garagadii dhaabbii konkolaataaf ooluu qabu tajaajila biraatiif oolchanii argaman kuma 1 fi 210 seera kabajanii akka hojjetan taasifamuun himame
AMN PLUS- Adoolessa 16/2017 Magaalaa Finfiinnetti abbootii qabeenyaa darbii gamoo garagadii dhaabbii konkolaataaf ooluu qabu tajaajila biraatiif oolchanii argaman kuma 1 fi 210 seera kabajanii akka hojjetan taasifamuu Abbaan Taayitaa…