Dargaggoon ispookiyoo konkolaataa hate hidha waggaa 8 fi baatii 4 adabame
AMN PLUS- Waxabajjii 18/2017 Dargaggoon maqaan isaa Asimaamoo Abbabaa jedhamu konkolaataa garaagaraa 2 irraa ispookiyoo hatuun hidha waggaa 8 fi baatii 4'n adabamu poolisiin finfinnee ibseera. Gochichi kan raawwatame Finfinnee…