Kantiibaa Adaanech Abeebee Ogeeyyii fayyaa waliin mari’tan

AMN PLUS Caamsaa 20/2017 Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin waltajjii marii Ogeeyyii fayyaa magaalichaa waliin mata duree 'Tajaajilli fayyaa gahumsa qabu Badhaadhina Biyyaatiif'…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee Ogeeyyii fayyaa waliin mari’tan

Kantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

AMN PLUS Caamsaa 18/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin mata duree 'Dhaloonni barsiisotaan qarama, biyyi barnootaan badhaadha' jedhuun barsiisota magaalaa Finfinnee waliin…

Continue ReadingKantiibaa Adaanech Abeebee barsiisota magaalaa Finfinnee waliin mari’atan

Gaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf walii galteen mallatteeffame

AMN PLUS Caamsaa 16/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf Korporeeshinii Misooma Manneenii Magaalaa Finfinneefi Baankii Daldala Itoophiyaa waliin walii galtee mallatteesseera. Walii galtichas…

Continue ReadingGaaffii mana jireenyaa hojjettoota mootummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti argamanii deebisuuf walii galteen mallatteeffame

Magaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darbanitti hojii qindoominaa hojjetameen yakki dhibbentaa 43 hir’achuun himame.

AMN PLUS CAAMSAA 16/2017 Biiroon Bulchiinsa Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaaa Finfinnee, Biiroo teekinooloojii fi Innoveeshinii magaalattii waliin ta'uun teekinooloojii yakkoota too'achuuf oolu misoomse irratti qooda fudhattoota waliin mari'ate. ‎Tekinooloojiin misoome kun…

Continue ReadingMagaalaa Finfinneetti baatiwwan saglan darbanitti hojii qindoominaa hojjetameen yakki dhibbentaa 43 hir’achuun himame.

Haala yeroo ilaalchisuun odeeffannoo Poolisii Federaalaa Itoophiyaarraa kenname

Tibbana gaaffii mirgaa ogeeyyiiwwan fayyaa kaasan dawoo godhachuun humnoota biyyattii keessatti hokkora uumuuf hojjetan waliin qindaa’uun karaa seeraan alaan hojii dhaabuun, damee fayyaarratti jeequmsa uumuufi lubbuu lamiillee balaarra buusuun ogeeyyiiwwan…

Continue ReadingHaala yeroo ilaalchisuun odeeffannoo Poolisii Federaalaa Itoophiyaarraa kenname

IGAD fayyadamummaa Godaantotaa mirkaneessuuf deeggarsa taasisu cimsee itti fufa

AMN PLUS Caamsaa 11/2017 IGAD fayyadamummaa Godaantotaa naannichaa mirkaneessuuf hojiiwwan hojjetamaa jiraniif deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu beeksise. Konfaransiin Saayinsawaa afraffaan IGAD godaansa, fi magaalaa irratti qopheesse har’a Finfinneetti…

Continue ReadingIGAD fayyadamummaa Godaantotaa mirkaneessuuf deeggarsa taasisu cimsee itti fufa

Dandeettii raawwiisummaa raayyaa sadarkaa olaanaatti guddisuuf hojjetamaa jira

AMN PLUS Caamsaa 10/2017 Dandeettii raawwiisummaa raayyaa sadarkaa olaanaatti guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Ajani Kibbaa beeksise. Leenjiin Ajaja Kibbaa kooriin 202ffaa bara bajataa 2017 yeroo lammaffaaf hooggantoota rejimantii fi dhibbaalaaf akkasumas…

Continue ReadingDandeettii raawwiisummaa raayyaa sadarkaa olaanaatti guddisuuf hojjetamaa jira

Shororkeessummaa fi yakkoota daangaa qaxxaamuran qolchuun nagaa fi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf tumsa barbaachisa- Ambaasaaddar Reedwaan Huseen

AMN PLUS - Caamsaa 05/2017 Shororkeessummaa fi yakkoota daangaa qaxxaamuran qolchuun nagaa fi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf tumsa biyyootaa akka barbaachisu Daarektarri Jeneraalaa Tajaajila odeeffannoo fi nageenyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen ibsan.…

Continue ReadingShororkeessummaa fi yakkoota daangaa qaxxaamuran qolchuun nagaa fi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf tumsa barbaachisa- Ambaasaaddar Reedwaan Huseen

Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

AMN PLUS Caamsaa 4/2017 Shororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atufi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uu Daarektarri Jeneraalaa itti aanaan tajaajila odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Taazer Gabra Igzaabeer…

Continue ReadingShororkeessummaa Afrikaa Bahaatti mul’atu fi yakkoota daangaa darban ittisuuf tumsi odeeffannoo biyyoota naannichaa murteessaa ta’uun himame

Raayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS Caamsaa 03/2017 Raayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha jedhan Pirezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa. Ayyaanni hundeeffama wagga 47ffaa Ajaja 47ffaa Istaadiyeemii Naqamteetti kabajamaa jira.…

Continue ReadingRaayyaan Ittisa biyyaa raayyaa ummataa nageenya Itoophiyaa mirkaneessaa jirudha – Obbo Shimallis Abdiisaa