Dhaabbanni Konkolaataa kireessuufi misooma koridarii Kaazaanchiis irratti miidhaa hordofsiise birrii kuma 100’n adabame

AMN PLUS Caamsaa 04/2017 Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Qiirqoositti Dhaabbanni Konkolaataa kireessuufi bu’uuraalee misooma koriidarii irratti miidhaa qaqqabsiise birrii kuma 100 adabamuu Waajjirri Dambii Kabachiisuu kutaa Magaalichaa beeksiseera. Itti gaafatamaan…

Continue ReadingDhaabbanni Konkolaataa kireessuufi misooma koridarii Kaazaanchiis irratti miidhaa hordofsiise birrii kuma 100’n adabame

AMN nageenya, misoomaafi ijaarsa biyyaa mirkaneessuu keessatti gaheen inni bahaataa jiru muuxannoon kan irraa horatamu ta’uun himame

AMN PLUS Ebla 28/2017 AMN nageenya, misoomaafi ijaarsa biyyaa mirkaneessuu keessatti gaheen inni bahaataa jiru muuxannoon kan irraa horatamu ta'uu ogeeyyiiwwan miidiyaafi kominikeeshinii himan Ogeeyyiiwwan miidiyaafi kominikeeshiinii magaalaa Finfinnee sochiiwwan…

Continue ReadingAMN nageenya, misoomaafi ijaarsa biyyaa mirkaneessuu keessatti gaheen inni bahaataa jiru muuxannoon kan irraa horatamu ta’uun himame

Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ‘E-Traffic’ adabbii tiraafikaa fi sirna bulchiinsa balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaa “Online”galma’uu jalqabsiise

AMN PLUS Ebla 25/2017 Kantiibaa itti aanaa fi qindeessaan kilaastara dinagdee Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo magaalichi adabbii Tiraafikaa fi Sirna Bulchiinsa Balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaan "Online"galmeesuuf Mosaajii…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Shaggar ‘E-Traffic’ adabbii tiraafikaa fi sirna bulchiinsa balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaa “Online”galma’uu jalqabsiise

Hooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee qoratan

AMN PLUS - Ebla 17/2017 Hooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee Waajjira Muummee Poolisii Federaalaatti qorataniiru. Oppireeshinii qindaawaa guutuu kutaa magaalaa Finfinneetti taasifameen namoonni…

Continue ReadingHooggantoonni olaanoon Poolisii Federaalaafi Poolisii Finfinnee haala nageenya walii gala Magaalaa Finfinnee qoratan

Nageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira- Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS- Ebla 16/2017 Nageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa Jirachuu isaa Hoggantuun Biiroo Bulchiinsa Nageenyaa fi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa…

Continue ReadingNageenya Magaalaa Finfinnee waaressuun lammiileen yaaddoo tokko malee keessa akka jiraataniif xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira- Aadde Liidiyaa Girmaa

“Fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojii hunda bu’aa qabatamaan madaalaa deemuun barbaachisaadha” – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN Ebla 15/2017 Qorannon raawwii hojii paartiifi mootummaa guyyoota lamaan darban Magaalaa Adaamaatti taa’amaa ture kallattii hojii itti aanu kaa’uun xumurameera. Kurmaana sadan darban inisheetivoota hojiirra oolchuu, kenna tajaajilaa fooyyessuu,humnoota…

Continue Reading“Fayyadamummaa uummataa mirkaneessuuf hojii hunda bu’aa qabatamaan madaalaa deemuun barbaachisaadha” – Obbo Shimallis Abdiisaa

“Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun ol aantummaa senessa waloo mirkaneessuuf hojjetamuu qaba” Obbo kaffaaloo Tafarraa

AMN PLUS – Ebla 15/2017 Leenjiin hooggantootaa fi ogeeyyii miidiyaa fi kominikeshinii Naannoo Oromiyaatiif mata duree "Addunyaa dhugaan boodaa, beekumsaa fi dhugaadhaan" jedhuun magaalaa Baatuu, Yunivaristii Naannoo Oromiyaatti kennamuu eegaleera.…

Continue Reading“Hojii miidiyaa fi Kominikeeshinii dhiibbaa addunyaa dhugaan boodaa qolachuu dandeessisu hojjechuun ol aantummaa senessa waloo mirkaneessuuf hojjetamuu qaba” Obbo kaffaaloo Tafarraa

Konfedereeshiniin Waldaa kubbaa miilaa Afrikaa ‘CAF’ kilaba Pirezidaantii isaa doolaara kuma100’n adabe

AMN PLUS - Ebla 11/2017 Konfedereeshiniin Waldaa Kubbaa Miilaa Afrikaa (CAF) kilaba abbaan qabeenyummaa isaa pirezidaantii 'CAF' Paatris Museeppee ta'e kilaba Afrikaa kibbaa Maameloodii Saandaawunsi sababa naamusa cabsuu deeggartootaan doolaara…

Continue ReadingKonfedereeshiniin Waldaa kubbaa miilaa Afrikaa ‘CAF’ kilaba Pirezidaantii isaa doolaara kuma100’n adabe

Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

AMN PLUS- Ebila 8/2017 Maaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha jedhan Kantiiban Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee. ‎Kantiibaa Adaanech Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun hawaasa harka qalleeyyiif…

Continue ReadingMaaddii qoodun jaalalaa fi kabaja jiraattota keenyaf qabnu kan itti agarsiifnuudha- Aadde Adaanech Abeebee.

Mootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasise

AMN PLUS – Ebla 08/2017 Mootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasiseera. Pirezidaantiin Naannichaa Obbo Xilaahun Kabbadaa sirreeffamtoonni seeraa ulaagaa labsii dhiifamaa mootummaa naannichaa guutaniif…

Continue ReadingMootummaan naannoo Itoophiyaa Kibbaa Ayyaana Faasikaa sababeeffachuun sirreeffamtoota seeraa 990f dhiifama taasise