‘Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna’ – Obbo Mogos Baalchaa

AMN PLUS – Ebla 07/2017 Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna jedhan Itti Gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa. Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee raawwii…

Continue Reading‘Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna’ – Obbo Mogos Baalchaa

Adeemsi marii ajandaa walitti qabuu naannoo Amaaraa har’a xumurama

AMN PLUS – Eebla 04/2017 Adeemsi marii ajandaa walitti qabuu komishiniin marii biyyaalessaa naannoo Amaaraatti qopheesse har’a xumurama. Sirni cufiinsa adeemsa marii kanaas bakka hooggantoonni komishinichaa, hoggantoonni mootummaafi qooda fudhattoonni…

Continue ReadingAdeemsi marii ajandaa walitti qabuu naannoo Amaaraa har’a xumurama

Leetanaal Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhatan

AMN – Bitootessa 30/2017 Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhataniiru. Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaan dabarsaniin har’a…

Continue ReadingLeetanaal Jeneraal Taaddasaa Warradaan Obbo Geetaachoo Raddaa bakka bu’uun aangoo Pirezidaantummaa Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay fudhatan

Konfiraansiin nageenyaa Magaalaa Jimmaatti ta’aamaa jira

AMN PLU- Bitootessa 30/2017 Konfaransiin Nagaa mata duree ''Dhaabbileen Amaantii Ijaarsaa nagaa fi Araaraa keessaatti gahee Ol'aanaa qabu" jedhuun qophaa'e Magaalaa Jimmatti ta’aamaa jira. Mariin kun Gumii Dhaabbilee Amantii Oromiyaatiin…

Continue ReadingKonfiraansiin nageenyaa Magaalaa Jimmaatti ta’aamaa jira

Adeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

AMN - Bitootessa 29/2017 Adeemsi maree ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu ittifufuusaa komishiniin maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa beeksise. Komishinichi waltajjiin maree naannoo Amaaraa kutaaleen hawaasaa kaleessa Bitootessa 28…

Continue ReadingAdeemsi ajandaa walitti qabuu Kutaalee hawaasaa Naannoo Amaaraan taasifamu itti fufeera

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

AMN – Bitootessa 29/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin Obbo Geetaachoo Raddaa waggoota lamaan darban Pirezidaantii Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay ta’anii wayita bulchaa turan…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) nageenyi naannoo Tigraayitti argame boodatti akka hin deebineef of eeggannaafi hoggansaa olaanaa Obbo Geetaachoo Raddaa taasisan galateeffatan

Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

AMN - Bitootessa 29/ 2017 Lammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi'uun himameera. Balalii marsaa 9’n lammileen gara biyyaatti deebi’an hundumtuu dhirota…

Continue ReadingLammiileen Itoophiyaa Kumni 3 fi 400 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an

Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

AMN – Bitootessa 28/2017 Milkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu akka qaban Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee ibsan. Leenjiin hooggantoota mootummaa federaalaaf…

Continue ReadingMilkaa’ina hojiirra oolmaa riifoormii tajaajila mootummaafi bulchiinsaaf qooda fudhattoonni hundinuu xiyyeeffannoon hojjechuu qabu ‘ – Obbo Tamasgeen Xurunee

Yaa’iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan ta’aamaa jira

AMN Plus- Bitootessa 28/ 2017 Yaa'iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan Magaalaa Bishooftuutti ta’aamaa jira. Yaa’icharratti kan argaman Pirezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Obbo Tewodiroos Mihirat Yaa'iin Gumichaa haalota garagaraatiin…

Continue ReadingYaa’iin Gumii Manneen Murtii Federaalaa 7ffaan ta’aamaa jira

Pirezidaantiin Naannoo Hararii Ordiin Badrii qaamolee kabajni Shawaal lid milkaa’inaan akka xumuramu taasisan galateeffatan

AMN - Bitootessa 28/2017 Pirezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badrii ergaa karaa miidiyaa hawaasaa isaaniin dabarsaniin qaamolee kabajni Shawaal Iid milkaa’inaan akka xumuramu taasisan galateeffataniiru. Kabajni Shawaal lid duudhaasaa karaa…

Continue ReadingPirezidaantiin Naannoo Hararii Ordiin Badrii qaamolee kabajni Shawaal lid milkaa’inaan akka xumuramu taasisan galateeffatan